Mandoyu Daily News MDN

Mandoyu Daily News MDN Yeroo kee, yaada kee fi humna kee hundaa wanta galma kee bira si geessuuf oolchuu qabda. https://www.youtube.com/
tiktok.com/

🌙✨ Ramadan Mubarak ✨🌙The Blessed Month of Ramadan has arrived — a month of mercy, forgiveness, and immense reward.A mont...
17/02/2026

🌙✨ Ramadan Mubarak ✨🌙

The Blessed Month of Ramadan has arrived — a month of mercy, forgiveness, and immense reward.

A month where hearts soften, duas rise, and every good deed is multiplied.

May Allah accept our fasting, our prayers, our charity, and our sincere intentions.
May He grant us strength, patience, and steadfastness throughout this sacred month. 🤲

Let this Ramadan be different.
Let it be transformative.
Let it bring us closer to Allah.

اللهم بلغنا رمضان وبارك لنا فيه

Follow Haramain Servant for daily reminders and updates throughout Ramadan

17/02/2026

Wantoota si miidhan irraa fagaadhuu, wantoota si guddisanitti fayyadami.

17/02/2026

Sammuun jeequmsaan guutame guddachuu hin danda’u; carraa uumuu hin danda’u; injifachuu hin danda’u.

16/02/2026

Cimanii hojjechuun jireenya ofii mo'atanii maatii fi biyya ofii fayyaduuf nama gargaara.

gochuu hin dagatinaa

16/02/2026

Hanga dhumaatti laali

16/02/2026

Rakkoon sitti dhufu si cabsuuf osoo hin taane, si cimsuuf dhufa.

Please us

16/02/2026

Abjuu kee jiraachuuf yeroo baay’ee daandii haaraa seenuu, carraa haaraa fudhachuu fi sodaa keessa darbuun barbaachisaadha.

15/02/2026

Abjuu jiraachuuf hojii cimaa fi kutannoo barbaachisa. Abjuun kadhachuu miti—hojii fi qophaa’insa barbaada.

11/02/2026

Gatiin kee wanta ati namoota irratti mul’iftu miti; garuu wanta ati namoota keessatti jijjiirtufi miira gaarii irratti uumtuudha.

11/02/2026

Gatiin kee wanta ati namoota irratti mul’iftu miti; garuu wanta ati namoota keessatti jijjiirtuufi miira gaarii ati uumtuudha.

11/02/2026

Of-tuulummaan wantoota guddina dhuunfaatti dhaqqabuu dhoorkan keessaa isa guddaadha.

08/02/2026

Tarkaanfiin xiqqaan ati fuulduratti fudhattu hundi shakkii kee caalaa cimaa ta’uu kee ragaa sii ta’a.

Address

Sheger
Addis Ababa
BOLE

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mandoyu Daily News MDN posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share