Risaa Media

Risaa Media Risaa Multimedia is committed to meet the need for quality documentaries, TV&Radio Advert, Event Organizing and Communication Consulting.
(1)

Viidiyoo Akkamii Hojjechiifachuu Barbaaddu? 🎬Dhaabbanni keenya Risaa Media yeroo ammaa Gammadaa Show qulqullina olaanaan...
13/01/2026

Viidiyoo Akkamii Hojjechiifachuu Barbaaddu? 🎬
Dhaabbanni keenya Risaa Media yeroo ammaa Gammadaa Show qulqullina olaanaan hojjechaa jiru amma ammoo carraa kana siniif dhiheesseera fayyadamaa

1. Viidiyoo Dhaabbilee fi Daldalaa keessan beeksisu
2. Uwwisa Taatee keessanii Viidiyoon
3. Viidiyoo Beeksisaa dhaabbataa fi Oomisha keessanii
Beeksisa TV, miidiyaa hawaasaa, oomisha fi tajaajila
4. Viidiyoo Qabiyyee Miidiyaa Hawaasaaf oolan
Reels, TikTok, viidiyoo gabaabaa beeksisaa
5. Dokumentarii
6. Viidiyoo Muuziqaa
7. Viidiyoo Gaaffii-Deebii fi Dhugaa baatii Maamila keessanii
Interview, ragaa maamiltootaa fi seenaa milkaa’inaa
8. Viidiyoo Barnootaa fi Leenjii
9. Viidiyoo Diroonii
10. Tajaajila Editing
11. Tajaajila Tamsaasa Kallattii

🎬 Risaa Multimedia – Video Production Services
1. Corporate & Business Videos
Brand stories, company profiles, promotional and marketing videos
2. Event Video Coverage
Conferences, weddings, launches, concerts, government & corporate events
3. Commercial & Advertisement Videos
TV ads, social media ads, product and service commercials
4. Social Media Video Content
Reels, TikTok videos, short-form promotional content
5. Documentary Production
Short and long documentaries, institutional and community stories
6. Music Videos
Professional music video shooting and editing
7. Interview & Testimonial Videos
Professional interviews, client testimonials, success stories
8. Educational & Training Videos
E-learning, tutorials, corporate and institutional training videos
9. Drone / Aerial Videography
High-quality aerial shots for events, real estate, tourism, and promotions
10. Post-Production Services
Video editing, color grading, sound design, subtitles, motion graphics
11. Live Streaming Services
Facebook, YouTube, and event live broadcasts

Contact Us: 09 96 83 98 98

Dur   hin qaaritee jenna jedhan Keessummaan Gammadaa Show Torban Kanaa   😘Nama Guddaa fi Kabajamaa Aartii Oromoo keessat...
05/12/2025

Dur hin qaaritee jenna jedhan Keessummaan Gammadaa Show Torban Kanaa 😘
Nama Guddaa fi Kabajamaa Aartii Oromoo keessatti gahee olaanaa taphachaa ture yeroo ammaa amantaa kan tahan waliin seenaa isaanii durii fi ammaa irratti haasofneerra Dilbata Etv Afaan Oromooirratti nu hordofaa🤞🏽
Isinoo akkamitti yaadattu?
Sponsor Sagantaa keenyaa
Ethio telecom
Grand Realstate
Coffee

Baga bara haaraa 2017’n Nagaan Isin gahe!Wishing you a peaceful, joyful and prosperous 2017 New Year!እንኳን ለ2017 አዲስ ዓመት ...
11/09/2024

Baga bara haaraa 2017’n Nagaan Isin gahe!
Wishing you a peaceful, joyful and prosperous 2017 New Year!
እንኳን ለ2017 አዲስ ዓመት በሰላም አደረሳችሁ!
መልካም በዓል!
Risaa Media✊🏽🙌🏼

Gammadaa Show Waggaa 2ffaa   2 Har’a Eegala 🙌🏼Waggaa 1ffaa torbaan darbe kabajneerraWaggaa kana keessatti Torbaan 50Kees...
18/08/2024

Gammadaa Show Waggaa 2ffaa 2 Har’a Eegala 🙌🏼
Waggaa 1ffaa torbaan darbe kabajneerra
Waggaa kana keessatti
Torbaan 50
Keessummoota 88
YouTube Subscribers 122
View YouTube Miliyoona 3.5
Watch Hour YouTube 500K fi isaa ol
Akkasumaas daawwatoota TV Miliyoona 10 ol bira geenyeerra galata Waaqayyoo🙏

Yoom as geenye salphaattii akkuma jedhan bu’aa bahii fi dadhabbii hedduu keessa darbineerra

Waggaa 2ffaa eegaluu keenya sababaa godhachuun ammoo keessummoonni waggaa 1ffaa keenya irra turtan fi hiriyootni kiyya kana deebistanii maxxansuun ammallee nu gargaaraa jenna💪🏽
Maxxansa kanas yoo gootan ni jaallanna

YouTube keenya hanga amma warri hin goone ammuma seenaa subscribe tolchaa link comment jala jira
Har’a galgala Keessummaa keenya waggaa 2ffaa jalqabaa Atileet waliin nu eegaa🤜🏼
Design Rich Man Simo

Waggaa 71 sibiila keessa jiraatee boqote😭🥲Namichi argitan kun   jedhama waggaa bara 1952 Ameerikaati dhalate. Umurii isa...
13/03/2024

Waggaa 71 sibiila keessa jiraatee boqote😭🥲
Namichi argitan kun jedhama waggaa bara 1952 Ameerikaati dhalate. Umurii isaa 6tti guyyaa tokko hiriyoota isaa waliin taphatee yeroo galu ho’a qaamaa cimaa fi mataa dhukkubbiin itti dhagahame.
Maatiin isaa ariitiin hospitaala geessan doktooronni somba isaa waan haguugee jiru yaali baqaqsanii yaaluun irraa qulqulleessuu danda’aniiru, haatahu malee yeroo of baru meeshaa sibiila guddaa ( ) jedhamu keessatti of arge. Ergasii maqaan isaa “The Man in The Iron lungs 🫁 “ jedhamuun beekama.

Erga sanaa ofiin of danda’ee deemus tahe qaamni isaa gara gadii sababii dhukkuba jedhamuun fayyuu hin dandeenye waggoota 71f meeshaa kana (Iron Lung) jedhamu kana keessa ciisee jiraate, kan inni lubbuun jiru sababa maashinii inni keessa jiru kanaafidha. Daqiiqaa tokkoof Achi keessaa baanaan harganuu waan hin dandeenyeef lubbuun turuu hin danda'u. Waggaa 71 guutuu gargaarsa maatii fi namoota birootin jiraate.
Namni kun qaama isaa keessaa morma qofaatu socho’a qaamni hafe hunduu laamsha’ee(Paralaayizdii) ta'eera. .🥲🥲

achuma ciisee digirii jalqabaa waraqaa qorannoo bareedaa hojjechuun eebbifameera, fakkii kaasuu jaallatta, yeroo isaa hedduu ammoo kitaaboota dubbisuun dabarse.
Kana malees Paawul akkataa jireenya isaa maashinii Iron Lung jedhamu kana keessa jiraatu gama hordoftoota isaaf dhiheessaa ture, yeroo dhufe waggaa 4 har’aa qabamee ture garuu yeroos fayyuu danda’eera, maal godhuree guyyaan Waaqaayyoo hin ooltu amma du’aan boqoteera.

Argitee yeroo tokko tokko fayyaan fi nagaa guutuu qabnuuf hedduu hin galateefannu, waan addunyaa kanarraa dhabne qofaa irratti xiyyeefanna, Waaqayyoon irrattis gungumaa oolla, Waaqayyo garuu nu hundumaaf kaayyoo jabaa qaba.
Haala cimaa kam keessatti iyyuu Waaqayyoon galateefachuu beekaa.
Waaqayyo rakkoo fi gidiraakee hundumaa siif haa salphisu.
Waan dubbistaniif galatoomaa
Gammadaadha
Risaa Media irraa🙌🏼
Marsariitii adda addaa irraa kan arganne🙌🏼

Baga Ayyaana Cuuphaan Isin Gahe🎊🎊
19/01/2023

Baga Ayyaana Cuuphaan Isin Gahe🎊🎊

05/01/2023

Baga Ayyaana Christmas 🎄 Nagaan geessan🙌🎄
irraa

Waa’ee Indonesia 🇮🇩 5  Risaa Media irraa1. Biyya uummata hedduu qabaniidha, Miliyoona 264 qabu addunyaa irraa 4ffaadha, ...
18/10/2022

Waa’ee Indonesia 🇮🇩 5 Risaa Media irraa
1. Biyya uummata hedduu qabaniidha, Miliyoona 264 qabu addunyaa irraa 4ffaadha, Chaayinaa, USA, Indiati aananii.
2. Biyya Odoola (Islands) hedduu irraa ijaaramteedha, garba India fi Pasific gidduu jirti Odoola gurguddoo 5 fi xixxiqqoo 17,500 ol tahan qabu.
3. Volcano 400 qabdi 🌋 isaan keessaa amma jiran 100 ol qabdi yeroo kamittu kirkirri lafaa uumamuu danda’a har’uma otoon hoteela qabadhu kirkiraa ture😺
4. Sabaa fi sablamoota adda addaa 600 ol qabu ajab hin jettanii. Afaan 300 oltu dubbatama loqoda 500 ol qabu garuu afaan saba xiqqoo tokko jedhamu irratti waliif galanii afaan hojii godhanii amma Afaan 🇮🇩
Hedduun isaanii %86 amantaa muslimaa hordofu kaan parsantaa xiqqoodha.
5. Warri Indonesia baayyee miidiyaa hawaasaa jaallatu uummata isaanii keessaa %80 miidiyaa hawaasaa kanneen akka Youtube, Facebook, WhatsUp fi Twitter ni fayyadamu
6. Odeefannoo biroo argadhu siinif barreessaan deema na hordofaa 🤷🏽‍♂️🙀
7.

Happy   Risaa Media
01/10/2022

Happy
Risaa Media

30/09/2022

Baga geessan🙌🤦🏻‍♂️
Animation keenya gad baheera kunoo ilaalaa😁
Irreecha kana irratti sabni hedduun baga geessan jedhaniiru hanga dhumaatti daawwadhaa🎉

Miidiyaalee fi namootni chaanalii YouTube qabdan nu qunnamaa waan fedhii keessanii siniif hojjenna.
tu produce godha
Naa'ol Bosonaa tu totolche follow godhaa🕺🏼🤾🏼

Address

Haile Gebresillasie Avenue
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Risaa Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Risaa Media:

Share