20/07/2026
Namticha kanatu waraana addunyaa 2ffaa (world war II) keessatti 'harree' dugdatti baatee deema.
Achiis akkas jedhanii gaaffatan, "maal taatee harree dugdatti baattee deemta?" ittiin jennaan akkas jedhee deebiseef; "fanjii ykn boombii irra ejjettee nu fichisiisti jedheeni" jedheen.
Nutis bara kana keessa jiraachuuf jenneema namoota akka harree kanaa meeqa dugdatti baannee deema jirra sinitti fakkaate! 😎