Olma Oromia Page

Olma Oromia Page Odeeffannoowwan waqtaawaafi haqa qabeessa kan isin biraan gahudha, peejiin Olma Oromia

Haadha tokko keessaa Xannachi Kiiloogiraama 26  baheHoospitaala Riiferaalaa Yuunivarsiitii Ambootti xannachi kiiloogiraa...
05/04/2025

Haadha tokko keessaa Xannachi Kiiloogiraama 26 bahe

Hoospitaala Riiferaalaa Yuunivarsiitii Ambootti xannachi kiiloogiraama 26 ulfaatu tajaajila baqaqsanii yaaluun haadha tokko keessaa bahuu yuunivarsitichi ibse.

Xannachi “ovarian tumor” jedhamuun beekamu kun haadha umurii waggaa 60 keessaa tajaajila baqaqsanii yaaluu guyyaa kaleessaa gaggeeffameen bahuu ragaan yuunivarsiiticharraa argame ni mul’isa.

Haati kun waggaa 15'f dhukkuba kanaan rakkachaa turuufi yeroo ammaa fayyaa gaariirratti kan argaman ta’uun ibsameera.

Maddi:- FMC

የኢትዮ-ጅቡቲ ባቡር ፍጥነት ከነበረው በመጨመሩ አደጋ እያጋጠመ ስለሆነ ሕብረተሰቡ ጥንቃቄ እንዲያደርግ ጥሪ ቀረበ   |  የኢትዮ-ጅቡቲ ባቡር ትራንስፖርት አገልግሎት የባቡር ፍጥነት በሰዓት ...
05/04/2025

የኢትዮ-ጅቡቲ ባቡር ፍጥነት ከነበረው በመጨመሩ አደጋ እያጋጠመ ስለሆነ ሕብረተሰቡ ጥንቃቄ እንዲያደርግ ጥሪ ቀረበ

| የኢትዮ-ጅቡቲ ባቡር ትራንስፖርት አገልግሎት የባቡር ፍጥነት በሰዓት ከነበረበት 37 ኪሎ ሜትር ወደ 60 ኪሎ ሜትር ማደጉን አስታውቋል፡፡

የኢትዮ-ጅቡቲ ባቡር አክሲዮን ማህበር ለፋና ዲጂታል እንደገለጸው÷የኢትዮ-ጅቡቲ ባቡር ትራንስፖርት አገልግሎት በቅርቡ በቀን የነበረውን የምልልስ መጠን ከሁለት ወደ ስምንት አሳድጓል፡፡፡

የባቡሩ የፍጥነት መጠኑም በፊት ከነበረው በሰዓት 37 ኪሎ ሜትር ወደ በሰዓት 60 ኪሎ ሜትር ማደጉን አመልክቷል፡፡

የባቡሩ ፍጥነት መጨመሩን ተከትሎ ሕብረተሰቡ የፍጥነት መሻሻሉን ባለመገንዘብ ለአደጋ እየተጋለጠ መሆኑም ነው የተጠቆመው፡፡

ስለሆነም በኢትዮ-ጅቡቲ ባቡር መስመር አካባቢ የሚገኙ ነዋሪዎች የባቡሩ ፍጥነት ከዚህ በፊት ከነበረው መጨመሩን በመገንዝብ ጥንቃቄ እንዲያደርጉ ማህበሩ አሳስቧል፡፡

የኢትዮ-ጅቡቲ ባቡር አክሲዮን ማህበር ከዚህ በፊት ጉዳት ሲደርስ ይሰጥ የነበረውን የካሳ ክፍያ ማቆሙንም አስታውቋል፡፡

Ambaasaaddar Taayyee Atsqasillaaseen Pireezidaantii Itoophiyaa ta'uun muudaman.
07/10/2024

Ambaasaaddar Taayyee Atsqasillaaseen Pireezidaantii Itoophiyaa ta'uun muudaman.

Balaa akka kanaa nu haa oolchuuGodina Walaayitaatti balaa Tirafikaa mudateen lubbuun namoota 28 darbeKonkolaataan deddee...
25/09/2024

Balaa akka kanaa nu haa oolchuu

Godina Walaayitaatti balaa Tirafikaa mudateen lubbuun namoota 28 darbe

Konkolaataan deddeebisa ummataa Walaayittaa Sooddoo ka’uun gara Godina Daawuroo imalaa ture Aanaa Kiindoo Diidaayee ganda Faataattaatti laga Gi’irbaa keessatti kufuun balaa kana qaqqaqbsiisuu eerameera.

Balaa kanaan lubbuun namootaa 28 yoo darbu, namoota 19 irra ammoo miidhaan qaamaa cimaa fi salphaan qaqqabuu Qajeelcha Poolisii Godina Walaayittaatti Itti Gaafatamaan Diiviizyii To’annoo fi Ittisa Balaa Inispeektar Waldee Biilisoon Faanaa Biroodkaastiing Kotporeetiif himaniiru.

Balaan kun har’a guyyaa naannawaa sa’aatii 7:00tti mudachuu ibsaniiru.

Lakkoofsii miidhamtootaa dabaluu akka danda'u himameera.

Madda: FBC

Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Beenishaangul Gumuzitti biqiltuu dhaabanMinistirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimd Duulaa bi...
23/08/2024

Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Beenishaangul Gumuzitti biqiltuu dhaaban

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimd Duulaa biyyaalessaa gaggeeffamaa jirurratti hirmachuun Naannoo Beenishaangul Gumuzitti biqiltuu dhaabaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, “Dhaabbii biqiltuu seena qabeessaan, guyyaa seena qabeessaa har’aan qabeenya umamaan, qabeenyaa albuudaa fi dachee lalistuu Naanoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaatti argamneerra” jedhan.

Sagantaan har’aa, biqiltuuwwan waggoottan shanan darban dhaabaman gara biiliyoona 40’tti kan guddisu ta’uu ibsan.

Biqiltuuwwan waggoottan shanan darban dhaabaman keessaa %50 wabii nyaataa, eegumsa biyyee fi dhiqama biyyeef kan dhaabaman ta’uu kaasaniiru.

Fuulduratti naannawaalee akka Sulula Abbayyaa biqiltuuwwan dhaabuun hojii eegumsa bishaanii tumsuun barbaachisaa ta’uu kaasaniiru.

Atileet Xirunesh Dibaabaan fiigicha Maaraatoonii Niwuu Yoorkirratti ni hirmaattiAtileet Xirunesh Dibaabaan fiigicha Maar...
21/08/2024

Atileet Xirunesh Dibaabaan fiigicha Maaraatoonii Niwuu Yoorkirratti ni hirmaatti

Atileet Xirunesh Dibaabaan fiigicha Maaraatoonii Niwuu Yoorki Sadaasa 3, 2024 gaggeeffamurratti kan hirmaattu ta’uu mirkanaa’e.

Maqaan Atileetoota Maaraatoonii Niwuu Yoorkitti gaggeeffamu kanarratti hirmaatan ifoomeera.

Haaluma kanaan Fiigicha Maaraatoonii dubartoota gidduutti gaggeeffamu kanarratti Atileet Xirunesh Dibaabaan kan hirmaattu ta’uu ‘Citius Mag’ wabeeffachuun FBCn gabaaseera.

Atileet Dharraa Didhaa fi Sanbaree Tafariinis waltajjicharratti ni hirmaatu jedhameera.

የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ልጇን በግፍ ለተነጠቀቸው ሕጻን ሄቨን እናት የመኖሪያ ቤት አበረከተ የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ልጇን በግፍ ለተነጠቀቸው ሕጻን ሄቨን እናት የመንግስት መኖ...
21/08/2024

የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ልጇን በግፍ ለተነጠቀቸው ሕጻን ሄቨን እናት የመኖሪያ ቤት አበረከተ

የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ልጇን በግፍ ለተነጠቀቸው ሕጻን ሄቨን እናት የመንግስት መኖሪያ ቤት አበርክቷል፡፡

የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ከንቲባ አዳነች አቤቤ እና የከተማ አስተዳደሩ ከፍተኛ አመራሮች ዛሬ የሄቨንን እናት በማግኘት አጽናንተዋል::

ልጇን በግፍ ተነጥቃ ባለፈው አንድ ዓመት ፍትሕ ሳታገኝ ለቆየችው ሲስተር አበቅየለሽ የፍትሕ ሒደቱን ለመከታተል፣ያለችበት ሁኔታ የተሻለ እንዲሆንላትና ተጋላጭነቷን ለመቀነስ እንዲመች የከተማ አስተዳደሩ አንድ የመንግስት መኖሪያ ቤት አበርክቷል፡፡

ከዚህ ባለፈም በሙያዋ በአዲስ አበባ ከተማ ውስጥ እንድትሰራ መመቻቸቱን ነው ከንቲባ አዳነች የገለጹት፡፡

የህጻን ሄቨን ጉዳይ የሁላችንም ጉዳይ በመሆኑ ድርጊቱ ተገቢውን ፍትሕ ማግኘቱ የሌሎች ህፃናት ተጋላጭነትን ለመቀነስ አስተዋጽኦ ያለው መሆኑን ከንቲባዋ አስገንዝበዋል፡፡

መሰል ጭካኔ የተሞላበት ድርጊት እንዳይፈፀም የማህበረሰቡ የአመለካከት ለውጥ እንዲመጣና ችግሩ የጋራ ጉዳይ በመሆኑ ሁሉም ሃላፊነቱን እንዲወጣ ጥሪ አቅርበዋል፡፡

Simannaa Atileetotaa Atileetota Olompiikii Paaris irratti hirmaataniif buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti simanna...
13/08/2024

Simannaa Atileetotaa

Atileetota Olompiikii Paaris irratti hirmaataniif buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti simannaan taasifamaafii jira.

Atileet Siifan Hasan warqii Olompikii injifatteSiifan rikardii Olompikii Tikki Galaanaan Landanitti galmaa'e cabsuun mo'...
11/08/2024

Atileet Siifan Hasan warqii Olompikii injifatte

Siifan rikardii Olompikii Tikki Galaanaan Landanitti galmaa'e cabsuun mo'atte.
Atileetiin Itoophiyaa Tigist Asaffaa lammaffaa ba'un meetii gonfatteetti.
Atileetiin Keeniyaa Heelan Obirii sadaffaa bahuun dorgommicha xumurteetti.

Baga Gammanne!Dorgommii Fiigichaa maaraatoonii dhiiraan Atileet Taammiraat Tolaan Itiyoophiyaaf meedaliyaa Warqee argams...
10/08/2024

Baga Gammanne!

Dorgommii Fiigichaa maaraatoonii dhiiraan Atileet Taammiraat Tolaan Itiyoophiyaaf meedaliyaa Warqee argamsiise.

Dur Olompiikiirratti Meedaaliyaa warqee ni arganna turre jechuurraa nu baraare- Taammiraaat Tolaa

Miindaa Hojjettoota Mootummaa isa Haaraa.
08/08/2024

Miindaa Hojjettoota Mootummaa isa Haaraa.

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Muudamoota garaagaraa kennan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamo...
03/07/2024

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Muudamoota garaagaraa kennan

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennaniiru.
Haalumaa kanaan:

-Aadde Shawiit Shaankoo Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii

-Dooktar Kaasaahuun Goofee Ministira Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa

-Obbo Qajeelaa Mardaasaa Ministira Gorsa Dargaggoota fi Ispoortii Ministira Muummee taasisuun muuduu ragaan Waajjira Ministira Muummeerra argame ni mul’isa.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Olma Oromia Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share