Tolee D's page

Tolee D's page Waan hunda obsaan dabarsi! Wanti hin darbine hin jiruuti!

Baga Waaqayyo Dibata isa Caaluu kanan isin dibate! Barsiisota keenya Qaqqaaliiwwan! Waaqayyo bara tajaajila keessan nuuf...
20/09/2025

Baga Waaqayyo Dibata isa Caaluu kanan isin dibate! Barsiisota keenya Qaqqaaliiwwan! Waaqayyo bara tajaajila keessan nuuf haa dheeressu🙏

𝗟𝗮𝗳𝗮 𝗚𝗮𝗯𝗮𝘁𝗲𝗲 𝗰𝗼𝗼𝗺𝗮𝗮 har'a Qamaleetu oola!Lafa Mootin dur buluuharra doobbi murmuruu!
03/09/2025

𝗟𝗮𝗳𝗮 𝗚𝗮𝗯𝗮𝘁𝗲𝗲 𝗰𝗼𝗼𝗺𝗮𝗮
har'a Qamaleetu oola!
Lafa Mootin dur buluu
harra doobbi murmuruu!

Baga Geessan!
23/08/2025

Baga Geessan!

Sagantaa Afuuraa Bareeda ture Sangoota waaqa Abbaa on 13/11/2017Suuraa sagantaa booda ka'ame
22/07/2025

Sagantaa Afuuraa Bareeda ture Sangoota waaqa Abbaa on 13/11/2017
Suuraa sagantaa booda ka'ame

 'elPage
08/06/2025

'elPage

Imala keenya guyyaa kaleessa 17/9/2017 Gara kawaala/Gadaama Qaalee Abuna Habte Maariyamitti taasisne kana fakkaata Suura...
26/05/2025

Imala keenya guyyaa kaleessa 17/9/2017 Gara kawaala/Gadaama Qaalee Abuna Habte Maariyamitti taasisne kana fakkaata Suuran

Hoosa'ina Ilma DaawwitInni Maqaa Waaqayyon dhufu Eebbifamaadha
15/04/2025

Hoosa'ina Ilma Daawwit
Inni Maqaa Waaqayyon dhufu Eebbifamaadha

Tulluun Ejersaa ↪️Iddoo Ejersi hedduun irratti argamuudha.↪️ Iyyarusaleem irraa gara bahaatti argamti.⏩Daawwit Abeeseloo...
23/03/2025

Tulluun Ejersaa
↪️Iddoo Ejersi hedduun irratti argamuudha.
↪️ Iyyarusaleem irraa gara bahaatti argamti.
⏩Daawwit Abeeseloom jalaa dheessee tulluu kanarra ture. 2Sam 15:30
⏩Guyyaa Hosaa'inaatti Gooftaa Iyyasuus tulluu kana irraa gara Iyyarusaleem seeneedha. Maar 11:1
🔄 Iddoo Gooftaan waa'ee Iyyarusaleem fi Waa'ee xumura addunyaa kan itti dubbateedha.
↔️ Tulluu Kadhata "Yaa Abbaa Keenya" jedhu duuka Bu'oota isaa itti barsiiseedha. Maar 13:13
↪️ Gooftaan miila tulluu kana jalatti kan argamu, Getesemaaniidha loltota Yihudootan iddoo itti qabameedha. Maat 26:30
🔄Tulluu Gooftaan lafa kanarraa gara Samiitti ol baheedha. Luq 24:51, HDB 1:12
🔄Bara xumura addunyaa kanaa irratti Tulluu irratti Gooftaan deebi'ee ni dhufa jedhamee raajiin dubbatameefidha. Zakk 14:4

⛪ Walumaa galatti Tulluun Ejersaa kakuu haaraa mana amantaa keenya yoo taatu, Tulluu Gooftaan keenya Iyyasuus Kiristoos yeroo mara itti weeddifamuu, itti galateeffamuu, itti jilbeeffatamuu fi ijoolleen isaa walitti qabamaniidha.

Dilbata gaarii❤️🙏

Address

Shegar
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tolee D's page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share