Walabu Media

Walabu Media Seenaa, saayinsii fi siyaasa irratti xiyyeeffanna. Kaayyoon: Hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha! Walabu: Knowledge Hub!! Focus on Oromia/Ethiopia.

Kaayyoon: hubannoo gabbisuu fi beekumsa dimokraatessuudha. Nu hordofaa.

Waldhabdee Ortodoksii fi Kaatolikii: Qoqqoodamiinsa Kiristaanaa Guddicha Bara 1054.https://youtu.be/GJ3O8Zoi24wHordoftoo...
16/09/2025

Waldhabdee Ortodoksii fi Kaatolikii: Qoqqoodamiinsa Kiristaanaa Guddicha Bara 1054.
https://youtu.be/GJ3O8Zoi24w
Hordoftoonni amantaa Kiristaa hundi Iayyasuus akka Waaqa ta’etti hubatu. Ammas ilma Waaqaa akka ta’etti fudhatu. Fannoos qabatu. Egaa maaltu bakka heddutti isaan baqaqse? Sababa maaltu akka qoqqoodamaniif isaan dirqisiise? Viidiyoon kun deebii qaba.
KAAYYOON: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
https://www.walabumedia.com/
https://www.tiktok.com/
Like, Share, Subscribe godhaa.
Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!
#ኦርቶዶክስእናካቶሊክ #ኦርቶዶክስ #ካቶሊክ

Ortodoksii fi Kaatolikii: Qoqqoodamiinsa Kiristaanaa Guddicha Bara 1054.Hordoftoonni amantaa Kiristaa hundi Iayyasuus akka waaqa ta’etti hubatu. Ammas ilma w...

Congratulations, Khalid Bashiir!!Bara barattoonni heddu qormaata darbuu dadhabanitti, muraasni isaanii garuu seenaa gudd...
15/09/2025

Congratulations, Khalid Bashiir!!
Bara barattoonni heddu qormaata darbuu dadhabanitti, muraasni isaanii garuu seenaa guddaa hojjataa jiran.
Milkiin kun afis waan guddaadha. Baga gammaddan!

08/09/2025

Sunnii fi Shi'aa: Tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaanii (Kutaa 2ffaa).
https://youtu.be/jlKfyKU8eJs
Islaama maaltu Sunnii fi Shi’atti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti akka ijaarataniif isaan dirqisiise?
Viidiyoon kutaa 2ffaa kun waa'ee Sunnii fi Shi'aa irratti odeeffannoo barsiisaa ta'e qabaa hordofaa.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
https://www.walabumedia.com/
https://www.tiktok.com/
Like, Share, Subscribe godhaa.
Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!
'aa #ሱኒእናሺዓ #የኢስላምታሪክ

Sunnii fi Shi'aa: Tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaanii (Kutaa 2ffaa).https://youtu.be/jlKfyKU8eJsIslaama maaltu Sunn...
01/09/2025

Sunnii fi Shi'aa: Tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaanii (Kutaa 2ffaa).
https://youtu.be/jlKfyKU8eJs
Islaama maaltu Sunnii fi Shi’atti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti akka ijaarataniif isaan dirqisiise?
Viidiyoon kutaa 2ffaa kun waa'ee Sunnii fi Shi'aa irratti odeeffannoo barsiisaa ta'e qabaa hordofaa.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
https://www.walabumedia.com/
https://www.tiktok.com/
Like, Share, Subscribe godhaa.
Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!
'aa #ሱኒእናሺዓ #የኢስላምታሪክ

Sunnii fi Shi'aa: Tokkummaa fi garaagarummaa garee Islaamaa lamaanii.Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? S...

25/08/2025

Sunnii fi Shi'aa: Tokkummaa fi addaaddummaa.
Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti akka ijaarataniif isaan dirqisiise?
Viidiyoon kun waa'ee Sunnii fi Shi'aa irratti odeeffannoo barsiisaa ta'e qabaa hordofaa. Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
https://www.walabumedia.com/
https://www.tiktok.com/
Like, Share, Subscribe godhaa.
Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!

Sunnii fi Shi'aa: Garee Islaamaa lamaan.Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fag...
22/08/2025

Sunnii fi Shi'aa: Garee Islaamaa lamaan.
Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti akka ijaarataniif isaan dirqisiise?
Viidiyoon kun waa'ee Sunnii fi Shi'aa irratti odeeffannoo barsiisaa ta'e qabaa hordofaa. Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!
https://tinyurl.com/33kjsbre
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
https://www.walabumedia.com/
https://www.tiktok.com/
Like, Share, Subscribe godhaa.
Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!
'aa

Garee Islaamaa lama: Sunnii fi Shi'aa.Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti ...

19/08/2025

Impaayera Osmaan (Türkiye) fi Seenaa Islaama Awurooppaa.
Kutaan 3ffaa Impaayera Osmaan (Türkiye) irratti xiyyeefata.
Islaamni waggaa 500 dura akkamitti Kibba Baha Awurooppaa, naannoo Balkaan akka qabate, seenaa maal fakkaatu akka hojjatee fi ashaaraa kam Awurooppaa irra akka kaayate agarsiisuuf yaalla.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha.
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
YouTube Like, Share, Subscribe godhaa.
Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!

​ ​

Impaayera Osmaan (Türkiye): Seenaa Islaamaa fi Awurooppaa, K 3ffaa.Kutaan 3ffaa Impaayera Osmaan (Türkiye) irratti xiyye...
17/08/2025

Impaayera Osmaan (Türkiye): Seenaa Islaamaa fi Awurooppaa, K 3ffaa.
Kutaan 3ffaa Impaayera Osmaan (Türkiye) irratti xiyyeefata.
Islaamni waggaa 500 dura akkamitti Kibba Baha Awurooppaa, naannoo Balkaan, akka qabate, seenaa maal fakkaatu akka hojjatee fi ashaaraa kam Awurooppaa irra akka kaayate agarsiisuuf yaalla.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha. Like, share, subscribe godhaa. Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!
https://youtu.be/wCi-IOD8X1c

​ ​ ​ ​

Seenaa Islaama Awurooppaa (Impaayera Osmaan (Türkiye)). Islam in Europe (Balkans)Islaamni waggaa 500 dura akkamitti gara ardii Awurooppaa akka tarkaanfate, t...

10/08/2025

Islaama Awurooppaa. Seenaa Sisilii (Italy)
https://youtu.be/NLf_4H3_1GI
Seenaa, siyaasa, saayinsii kkf irratti viidiyoo gaggabaabaa dhiyeessina.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha. Like, share, subscribe godhuudhaan nu jajjabeessaa. Galatoomaa!
Guutuu video daawwachuuf link gara gubbaa cuqaasaa. Ulfaadhaa!!

Islaama Awurooppaa. Seenaa Sisilii (Italy)https://youtu.be/NLf_4H3_1GISeenaa, siyaasa, saayinsii kkf irratti viidiyoo ga...
07/08/2025

Islaama Awurooppaa. Seenaa Sisilii (Italy)
https://youtu.be/NLf_4H3_1GI
Seenaa, siyaasa, saayinsii kkf irratti viidiyoo gaggabaabaa dhiyeessina.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha. Like, share, subscribe godhuudhaan nu jajjabeessaa. Galatoomaa!
Guutuu video daawwachuuf link gara gubbaa cuqaasaa. Ulfaadhaa!!

Seenaa Islaama Awurooppaa (Sisilii, kibba Itilii). Islam in Europe (Sicily)Islaamni waggaa 1000 dura akkamitti gara ardii Awurooppaa akka tarkaanfate, toofta...

06/08/2025

Seenaa, siyaasa, saayinsii kkf irratti viidiyoo gaggabaabaa dhiyeessina.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha. Like, share, subscribe godhuudhaan nu jajjabeessaa. 🙏
Guutuu video daawwachuuf link kana cuqaasaa.
https://youtu.be/L7sR9GpSMvA
Galatoomaa! Ulfaadhaa!!

01/08/2025

Guutuu isaa link kana cuqaasuudhaan daawwadhaa.
https://youtu.be/L7sR9GpSMvA
Dhimmoota seenaa, siyaasaa, saayinsii, hawaasummaa, diinagdee kkf, ragaa irratti hundaayuudhaan, barnootaaf jecha dhiyeessina. Kaayyoon: beekumsa dimokiraatessuudha.
Like, share, subscribe godhuudhaan nu jajjabeessaa. 🙏

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Walabu Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Walabu Media:

Share