TV Kutaa magaalaa Buraayyuu

TV Kutaa magaalaa Buraayyuu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from TV Kutaa magaalaa Buraayyuu, TV Channel, Sheger, Addis Ababa.

ቡራዩ ክፍለ ከተማ በመለያ ምት 7ለ6 ሐረር ከተማን በማሸነፍ ወደ 2018 የኢትዮጵያ ከፍተኛ ሊግ ማደጉን አረጋግጧል
09/05/2025

ቡራዩ ክፍለ ከተማ በመለያ ምት 7ለ6 ሐረር ከተማን በማሸነፍ ወደ 2018 የኢትዮጵያ ከፍተኛ ሊግ ማደጉን አረጋግጧል

Oduu Gammachisaa Burayu FC Kilabiin kubbaa miilaa dhiiraa Kutaa magaalaa Buraayyuu taphaa Xumuaraa walakka  isa Kilabii ...
09/05/2025

Oduu Gammachisaa Burayu FC

Kilabiin kubbaa miilaa dhiiraa Kutaa magaalaa Buraayyuu taphaa Xumuaraa walakka isa Kilabii Kubbaa Miilaa Dhiiraa Magaalaa Haarari waliin taphachuun Injifatee ligii olaanoo(Super league)Itoophiyaatti guddaachuu Isaa mirkaneeffateera .

Ummaannii Kutaa Magaalaa Buraayyuu fi Deggartoonni kilaabicha hundi baga gammaddani baga gammannee.

Bulchiinsa kutaa Magaala Buraayyuu

Misoomni Jallisii Bonee wabii nyaataa mirkaneessuun  lmala guddina dinagdee biyyaa milkeessa.Ebla 30/2017 Magaalaa Shagg...
08/05/2025

Misoomni Jallisii Bonee wabii nyaataa mirkaneessuun lmala guddina dinagdee biyyaa milkeessa.

Ebla 30/2017 Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Buraayyuutti Inisheetivootni misooma qamadii jallisii bonee, Mooseefi Raafuu misoomaa jiru wabii nyaataa mirkaneessuun yaadama guddina dinagdee biyyaa utubuu keessatti qooda ol aanaa qabaachuun heerameera.

Milkaa'inoonni keenya bu'aa yaadama sirrii Paartii keenyaa waan ta'eef seenaa hiyyummaa fi boodatti hafummaa biyya keenyaa jijjiruun Dinagdee damdaneessa ijaaruun badhaadhina hunda galeessa ta'e mirkaneessuuf xiiqin hojjetamaa jira.

Imala Badhaadhinaa biyyi keenya eegalte milkeessuf Inisheetiviin qamadii jallisii boneefi kuduraaf muduraaleen Kutaa Magaalichaatti hojjetamaa jiran abdii ce'umsaa diinagdee guddaa waan ta'eef hawaasni keenya aadaa hojii isaa jijjiiruun Bonaa fi Ganna hojjechuun jiruuf jireenya mataa isaa fooyyessuu bira darbee diinagdee biyyaa utubuu keessatti qooda isaa akka bahatuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira.

Seenaa hiyyummaa fi boodatti hafummaa biyyi keenya qabdu jijjiiruun Badhaadhina hunda galeessa ta'e mirkaneessuuf dhaadannoo Itoophiyaan haa Oomishtu jedhuun duula hirkattummaa gargaarsaa irraa gara oomishtummaatti taasifamaa jiruun bu'aan qabtamaan mirkana'aa jira.

08/05/2025

ዛሬ ከሰዓት በኋላ ከኳታር ንጉስ ግርማዊ ሼኽ ታሚም አል ታኒ የተላከ መልዕክት በመያዝ የመጡትን የኳታር ሚኒስትር ዶክተር ሞሃመድ ቢን አብዱልአዚዝ አል ካሊፊን ተቀብያለሁ።

In the afternoon today, I had the pleasure of welcoming Dr. Mohammed bin Abdulaziz Al-Khulaifi, Minister of State of the State of Qatar, who delivered a message from His Highness Sheikh Tamim bin Hamad Al Thani, Amir of the State of Qatar.

Tokkummaan Humna jabaadha
08/05/2025

Tokkummaan Humna jabaadha

Oduu injifannoo Kilabiin kubbaa miilaa dhiiraa Kutaa magaalaa Buraayyuu 5:0 n Kilaabii Kubbaa miilaa dhiiraa maange Besh...
27/04/2025

Oduu injifannoo

Kilabiin kubbaa miilaa dhiiraa Kutaa magaalaa Buraayyuu 5:0 n Kilaabii Kubbaa miilaa dhiiraa maange Beshaangul Injifateera.

Deggartoonnii fi Uummanni kutaa magaalichaa Kilaabii kana waliin jirtaan hundi baga gammaddan baga gammannee!

Kilaabichis Gara ligii olaanoo Itoophiyaatti ol guddaachuuf kilaabi adda durummaan egamaa jiruufi Carraa bal'aa qabudha jedhameera.

Milkii gaarii, Injifannoo Boonsaaf
Caarra gaarii hawwinaaf.

Kilabiin kubbaa miilaa Kutaa magaalaa Buraayyuu 4:0 dhaan Kilabii Kubbaa Miillaa Mangee Benishangul dursaa jira 🇪🇹 ✅   4...
27/04/2025

Kilabiin kubbaa miilaa Kutaa magaalaa Buraayyuu 4:0 dhaan Kilabii Kubbaa Miillaa Mangee Benishangul dursaa jira

🇪🇹

✅ 4-0
05' ዘርሁን ታመነ
15' ክብሩ በለጠ
38' ሊሬ አባይነህ
🏟አዲስ አበባ ስታዲየም


















🇪🇹 ✅   4-0   05' ዘርሁን ታመነ15' ክብሩ በለጠ38' ሊሬ አባይነህ🏟አዲስ አበባ ስታዲየም
27/04/2025

🇪🇹

✅ 4-0
05' ዘርሁን ታመነ
15' ክብሩ በለጠ
38' ሊሬ አባይነህ

🏟አዲስ አበባ ስታዲየም

Magaalaa Shaggar kutaa Magaalaa Buraayyuutti Jilli Pirezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Obbo Gazaalii Abbaa Sim...
07/04/2025

Magaalaa Shaggar kutaa Magaalaa Buraayyuutti Jilli Pirezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Obbo Gazaalii Abbaa Simaliin durfamu kenna tajaajila Manneen Murtii Aadaa Kutaa Magaalaa Buraayyuutti kennamaa jiru daawwatan.

Daaawwannaa kanaanis, haala kenna tajaajilaa Manneen Murtii Aadaa haqa-qabeessa, Saffisaafi dhaqqabamaa ta'uu ilaaluun hojiileen fakkeenyummaa qaban daran gabbatee cimee itti fufuu akka qabuu fi hanqinaaleen jiranis akka sirreeffaman kallattiin akeekameera.

Saganticha irratti, Hoggantoota Ol'aanoo Federaalaa, Koree Dhaabbii bakka bu’oota ummataa, Magaaalaa Shaggar, Kutaa magaalaa Buraayyuu fi qooda fudhattoonni biroo argamaniiru.

06/04/2025

Muxannoo guddaa yoo itti fayyadamnee Jireenyaa keenyaa irrattis jijjiirama fiduu dandeenyaa.

Address

Sheger
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when TV Kutaa magaalaa Buraayyuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category