
19/09/2024
Akkam jirtu kabajamtoota hordoftoota social Media keenya Martinu. Miss Model Sena Getachew fi Abo Sol, Liiban Event and promotion waliin ta'uudhan qophii Wal dorgommii Modeling MISS NEKEMTE jedhu qopheessaa jiraachun keenya beekamadha.
Dorgommi Modeling Kana kan adda isa taasisu MISS NEKEMTE eenyuun akka tatee ni beekamti.
👉. kana malees Ambasaddara magaalaa kanaa ta'uun ni tajaajilti..
👉. Badhaasa addaa addaa ni qabaatti
Egaa maarree galmeen qaaman argamuudhaan Family Modeling Acadamey yoo ta'u, Iddon galmee marfata 2ffaa Gamoo Dastaa Kitil ta'u isin hubaachifna.
Full information:
+251955068734
+251940656461
,*Telegram
Graphics Jalanan Ashenafi Jalan Graphics