WAliin Professinal Photography

WAliin Professinal Photography WAliin PROFESSIONAL PHOTOGRAPHY is a page that posts professional photography!

using wAliin professional photography for any asalt purpose is strictly forbidone.

From Legends of Dambi Dollo photography!
22/05/2025

From Legends of Dambi Dollo photography!

Photographer Biichee [Micky studio] & Photographer Degefu and Legendary footballer Tadese Takile .....bareedina magaalaa Dambi Doolloo duraanii nuuf jiraadhaa.
🙏✨🙏✨🙏✨🙏✨🙏✨🙏✨🙏✨🙏

Guta Degefe
Dawit Kantiba
Jony Tadesse

Welcome! Dembi Dollo FC The champions of Oromia Premier League of 2017 E.C *Urjii Lixaa*📷
07/05/2025

Welcome! Dembi Dollo FC The champions of Oromia Premier League of 2017 E.C *Urjii Lixaa*📷

Bulchiinsi Magaalaa Dambii Dolloo Taphattoota kilaba magaalaa Dambii Dolloo fi leenjistoota isaatiif lafa mana jireenyaa...
07/05/2025

Bulchiinsi Magaalaa Dambii Dolloo Taphattoota kilaba magaalaa Dambii Dolloo fi leenjistoota isaatiif lafa mana jireenyaa dabalatee onnachiiftuu garaa garaa kenne.

Bulchiinsi Magaalaa Dambii Dolloo garee kubbaa miillaa magaalaa Dambii Dolloo shaampiyoonaa Liigii Oromiyaa ta'ee deebi'eef akkasumas Leenjisaa garichaa Taarikuu Taammiraat (Cuuyyee)'f lafa mana jireenyaaf qarshii kan kenne yoo ta'u; gargaartota leenjisaa, taphattoota garichaa akkasumas rogeessaa miidiyaa hawaasaa garechaa walitti fufiinsaan beeksisaa ture Roobaa Darajjeef badhaasa qarshii kennee jira.

Qaamolee sadarkaa sadarkaan jiran kan kilabiin kun akka fuulleetti bahuuf gahee olaanaa taphatanis galateeffatanii.

Kilabii kana bukkees qaamolee dhaabbatanii jajjabeessaniifis waamicha taassisaniiru.

Bulchaa Godina Qellem Wallaggaa Obbo Gammachuu Gurmeessaas Godinichi Misooma Ispoortiin uurjii ta'ee akka mul'atuuf ciminaan irratti ni hojjetama Jedhanii jiru!

Welcome! Dembi Dollo FC The champions of Oromia Premier League of 2017 E.C *Urjii Lixaa*
07/05/2025

Welcome! Dembi Dollo FC The champions of Oromia Premier League of 2017 E.C *Urjii Lixaa*

28/04/2025

Address

Addis Ababa

Telephone

+251917434512

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WAliin Professinal Photography posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share