Qeerroo

Qeerroo Qeerroo is power!!

Erga Nagaa dhabnee waan irratti wal dhabne caala wantaa waliin dhabneetu danuudha! Abbaa fi haadha nuu guddisee nu barsi...
18/11/2025

Erga Nagaa dhabnee waan irratti wal dhabne caala wantaa waliin dhabneetu danuudha! Abbaa fi haadha nuu guddisee nu barsiise dhabnee. Obbolleessaa fi obbolleetti kichuwwaan egeree biyyaa kanaaf tahaan ganama raafan ganama bakka hirribaati dhabnee. Maanguddoo biyyaa araarsuu kan jaarsummaaf abdannu kan araaraa irra galaan osoo mana hin gahiin karaa irratti dhabnee.

Qe'ee Ulfoo fi Kabajama kan dukkanni gammachuu malee irra hin dhabbanne san dukkana gaddaa fi booyichaa irra dhabbanne! waan oromoon waliin dhabnee kumaa fi kitilaa!

Waamichii kun kan gammachuun keenya itti nuuf deebiyuu nuuf haa tahuu!

Nagaa fi dhugaan ilmoo Oromooti! Waaqnii Oromoo Ilmoo keenya nuuf haa deebisuu!
Nafbeck bulii jiraadhu!

Amanamummaan Sabakee tajaajiluuf Mullata qabda taanaan Hattootarraa fagaadhu.
20/09/2025

Amanamummaan Sabakee tajaajiluuf Mullata qabda taanaan Hattootarraa fagaadhu.

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeerroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share