Lixa Biiftuu

Lixa Biiftuu Waliin taanee milkaa'ina waloof haa hojjennu.

Bajata MN Oromiyaa Bara 2018
20/07/2025

Bajata MN Oromiyaa Bara 2018

ኢትዮጵያ የብሪክስ ሀገራትን ትመራለች ከአስሩ አባል ሀገራት በፈጣን የኢኮኖሚ እድገት በአንደኛ ደረጃ ላይ ትገኛለችETHIOPIA LEADS BRICS plus nations .................
25/05/2025

ኢትዮጵያ የብሪክስ ሀገራትን ትመራለች

ከአስሩ አባል ሀገራት በፈጣን የኢኮኖሚ እድገት በአንደኛ ደረጃ ላይ ትገኛለች

ETHIOPIA LEADS BRICS plus nations ...................by GDP growth projection for 2025.

1. Ethiopia (6.6%)

2.India (6.2%)

3.Indonesia (4.7%) (In January 2025, Indonesia became the bloc's tenth member)

4.the United Arab Emirates (4%)

5.China (4%).

ALSO

The IMF projects Ethiopia's real GDP to grow by 6.6% in 2025. This is third on the IMF's growth forecast list for African countries, Right after Senegal (8.4%) and Rwanda (7.1%)

Ethiopia An African Mega-Trend

GERD Abay
12/04/2025

GERD Abay

01/04/2025
31/03/2025

27/02/2025

February 18, 2025Addis AbabaPress Statement: Ethiopia’s Food Self-Sufficiency EndeavorsIn a world that often portrays Af...
18/02/2025

February 18, 2025
Addis Ababa

Press Statement: Ethiopia’s Food Self-Sufficiency Endeavors

In a world that often portrays Africa as perpetually dependent on aid, Ethiopia is working to reshape this narrative by taking decisive steps toward food self-sufficiency. Over the past six years, the Ethiopian government has implemented bold policies to enhance agricultural productivity, aiming not only to achieve food security but also to ensure long-term self-reliance. These efforts reflect Ethiopia’s commitment to breaking free from dependency and fostering sustainable development.

We recognize that such a bold shift—moving away from reliance on external support—has drawn attention, including skepticism and criticism of our productivity and data. We are also aware of external efforts to undermine national progress and discredit our development efforts, particularly in the agricultural sector. However, our resolve—along with that of the many smallholder Ethiopian farmers laboring for dignity—remains unwavering, as food security is not just a policy goal but an existential necessity for our nation and people.

Our Wheat Endeavors
Ethiopia has made wheat production a central pillar in its journey toward food self-sufficiency. Through the expansion of irrigated farming, the use of improved seed varieties, and the adoption of modern farming techniques, the country has significantly increased its wheat yield and marketable surplus. This strategic focus has transformed Ethiopia from a wheat importer to a self-sufficient producer, showcasing the success of its agricultural policies, programs, and associated initiatives.

What Is Being Done?
The Ethiopian government has launched a range of initiatives to maximize agricultural output, including:

• Expansion of Irrigation-Based Farming – Scaling up irrigation systems and technologies to reduce dependence on unpredictable rainfall.
• Promotion of Climate-Resilient Agriculture – Encouraging sustainable farming practices to mitigate

18/02/2025

𝗠𝘂𝗿𝘁𝗼𝗼𝘄𝘄𝗮𝗻 𝗬𝗮𝗮’𝗶𝗶 𝗣𝗮𝗮𝗿𝘁𝗶𝗶 𝗕𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝗱𝗵𝗶𝗻𝗮𝗮 𝟮𝗳𝗳𝗮𝗮!𝟮. 𝗥𝗶𝗳𝗼𝗼𝗿𝗺𝗶𝗶 𝗳𝗶 𝗶𝗷𝗮𝗮𝗿𝘀𝗮 𝗱𝗵𝗮𝗮𝗯𝗯𝗶𝗹𝗲𝗲 𝗰𝗶𝗺𝗮𝗮 𝘁𝗮’𝗲 𝗶𝗷𝗮𝗮𝗿𝘀𝗮 𝗯𝗶𝘆𝘆𝗮 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗳!Mil...
04/02/2025

𝗠𝘂𝗿𝘁𝗼𝗼𝘄𝘄𝗮𝗻 𝗬𝗮𝗮’𝗶𝗶 𝗣𝗮𝗮𝗿𝘁𝗶𝗶 𝗕𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝗱𝗵𝗶𝗻𝗮𝗮 𝟮𝗳𝗳𝗮𝗮!

𝟮. 𝗥𝗶𝗳𝗼𝗼𝗿𝗺𝗶𝗶 𝗳𝗶 𝗶𝗷𝗮𝗮𝗿𝘀𝗮 𝗱𝗵𝗮𝗮𝗯𝗯𝗶𝗹𝗲𝗲 𝗰𝗶𝗺𝗮𝗮 𝘁𝗮’𝗲 𝗶𝗷𝗮𝗮𝗿𝘀𝗮 𝗯𝗶𝘆𝘆𝗮 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗳!

Milkaa’inni ijaarsa dhaabbilee bu’aa qabeessummaa ijaarsabiyyaatiif murteessaa akka ta’e akka Badhaadhinaatti amantaaol’aanaa qabna. Amantaa kanarraa ka’unis, dimokraasiindhabbataawaa fi aadaa ummataa tasisuun fudhatamummaabiyyaa mirkaneessuuf hojii qabatamaa keessa gallee jirra. Waan ta’eefis, rifoormiiwwan dhaabbilee dameewwanii fi sadarkaagaragaraatti jalqabaman cimsinee itti fufsiisuun, dhaabbileebilisa, walaba ta’anii fi gahumsa ol’anaa qaban baay’isuunijaarsa biyyaa jalqabne bu’uura cimarratti dhaabuufi aadaadimokraasii cima uumuuf kaka’umsa ol’aanaadhaan kanhojjennu ta’a.

Mootummaan paartii keenyaan hogganamu, waggoottan sadandabarsine keessatti dhaabbilee dimokraasii gara garaa fi dhaabbileen nageenyaa fi birmadummaa biyyaa eegan gahumsaafi itti fayyadamni teekinooloojii isaanii sadarkaa ol’aanaatti akka guddatu taasisuun nageenyaa fi birmadummaa biyyaa eegsisuu kan dandeessisu bu’aa dinqisiisaa galmeessuu isaa yaa’iinkeenya gamaaggamee jira. Waan ta’eefis, dhaabbileen kunbilisummaa fi walabummaan isaanii kabajamee utubaa ijaarsanageenyaa fi birmadummaa biyya keenyaa ta’anii akka fulla’aniif humna guutuudhaan kan deeggaru ta’a.

kanumaan walqabatee, mirgi haqa bilisaan argachuu ummata keenyaa akka mirkanaa’u, sirna haqaa ammayyeessuu, ogeeyyii gahumsaqaban horachuu, tajaajilli si’oomina qabu ummataaf qaqqabaaakka ta’u, bilisummaa fi gaafatamummaan abbootii seeraamadaalaan mirkaneessuun hojiirra akka oolu taasisuuf kutannoool’aanaadhaan kan qabsoofnu ta’a.

Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa guyyoota sadan darbaniif gaggeeffamaa ture dhimmoota garaa garaa irratti mari’...
03/02/2025

Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa guyyoota sadan darbaniif gaggeeffamaa ture dhimmoota garaa garaa irratti mari’achuufi murtoo dabarsuudhaan ibsa ijjannnoo abbaa qabxii saddeetii baafachuun xumurameera.

Paartichi yaa'ii kanaan, hoggantoota waggoottan dhufaniif Oromiyaa bakka bu'uun miseensota koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa ta'anii tajaajilan kanneen armaan gadii filateera.

1. Abiyyi Ahimad (PhD)
2. Obbo Shimallis Abdiisaa
3. Obbo Awwaluu Abdii
4. Obbo Fiqaaduu Tasammaa
5. Aadde Adaanach Abeebee
6. Aadde Caaltuu Saanii
7. Obbo Saadaat Nashaa
8. Tashoomaa Adunyaa(PhD)
9. Obbo Kaffaaloo Tafarraa
10. Iyyoob Takkaaliny(PhD)

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lixa Biiftuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share