World Christian Media

World Christian Media Jesus=the way + the Truth + the life
(1)

17/09/2025

Maqaa Yesuusiin Nagaan Siif haa tahu🤝‼️

17/09/2025

Faaruu nama Eebbisu kana ‼️

Faarfataa 🥰🙏

Obboleessi kun Ayyaanni Faarfannaa guddaan kan irra jiruu fi jajjabeeffamuu nama qabudha. Yeroo dhiyootti Albeema Haaraa qabatee dhufaa jira.

17/09/2025

Namootni Abdii kutattanii , Qofummaan isinitti dhagaahame… Faarsaan kun Ergaa keessanidha 🥰🙏 .
Eebbifami

16/09/2025

Ganama Boorii Eebba Haaraa tokkotti Dammaqi‼️

16/09/2025

Eebbifami 🥰🙏

Dhi'aate‼️Faarfataa   Baga nagaan dhufte🤝
16/09/2025

Dhi'aate‼️

Faarfataa Baga nagaan dhufte🤝

16/09/2025

Waanti Hamaan Jireenya kee akka hin Arganneef Harki Waaqayyoo Golgaa siif haa tahu‼️

15/09/2025

Waaqayyo Kees, Kees ni Jijjiira‼️

Raajii Eebbifami🙏

15/09/2025

Eebbifamaa 🥰🙏

Qopheessitoonni Sagantaa kanaa Addumaan Gaazixeessituu Jabduu Sagantaa barsiisaa kana qindeessuu keef Ulfaadhu🙏

=Raajii Iyyuu Cufaaf Muudamni Kenname ‼️=Raajii Iyyuu Cufaan Tokkummaa Amantoota Phenxeqoostaalii Itiyoophiyaatti itti a...
15/09/2025

=Raajii Iyyuu Cufaaf Muudamni Kenname ‼️=

Raajii Iyyuu Cufaan Tokkummaa Amantoota Phenxeqoostaalii Itiyoophiyaatti itti aanaa perezedaantii fi Kaawunsilii amantoota wangeelaa Itiyoophiyaatti immoo miseensa tahee akka hojjetuuf Muudamni kennameeraaf🤝

Bara Hojii gaarii✅️

World Christian Media

Christ Army Tv Worldwide

13/09/2025

Maaliif Bara kana Ergaan Raajummaa Baayyeen isaa Namaaf hin Raawwatu 🤔 ?

H/W Addunyaa Eebbifamaa🙏

World Christian Media

13/09/2025

Karoora Waaqayyoo keessatti Abdii Gogetu Latee Dhaabbata. Barana Abdii keetuu Siif Lalisa. Yoo Amanteef…Ameen🙏

Address

801 Nguyễn Văn Linh, P. Tân Phú, Q.7
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when World Christian Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to World Christian Media:

Share

Category