Faji media-FM

Faji media-FM Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Faji media-FM, Media/News Company, Addis Ababa.

Really sad!
22/11/2023

Really sad!

Mariin mootummaa fi WBO milkii malee xumuramuu mootummaan ibse

 Mariin Tanzaaniyaa Hin milkoomne:Faajjii Media (Sadaasa 11/2016) FinfinneeMariin Waraana Bilisummaa Oromoofi Mootummaa ...
22/11/2023


Mariin Tanzaaniyaa Hin milkoomne:
Faajjii Media (Sadaasa 11/2016) Finfinnee

Mariin Waraana Bilisummaa Oromoofi Mootummaa Itoophiyaa jiddutti Tanzaaniyatti taasifamaa ture hin milkoomne jedhame.

Mariin Waraana Bilisummaa Oromoofi Mootummaa Itoophiyaa Jiddutti Tanzaaniyatti taasifamaa jiru milkaa'uu dhabuu Redwaan Huseen karaa Tiwiitera isaanii ibsan.

Akka Redwaan Huseen jedhanitti mariin marsaa 2ffaa kun Walii galtee malee akka dhumateedha kan isaani karaa Tiwiitera isaanii ibsan.

Akka isaan jedhanitti Mootummaan Itoophiyaa Haasawa Nageenyaa Waraana Bilisummaa Oromoo waliin godhus wolii galtee irra akka hin gahamne ibse.

Mariin kunis dhukaasni qawweefi mancaatiin akka dhaabatuuf mootummaan dhugumaan marii kana barbaadee akka ture hima.

Birmadummaa biyyaa, daangaa, tokkummaa biyyaa dabalatee Heerri mootummaa kabajamee tokkummaafi araarri akka bu'u mootummaan yaadee ture jedhan Redwaan. Haa ta'uu malee irratti akka wolii hin galamneedha kan isaan karaa tiwitera isaanii ibsan.

Faajjii Media
Nu faana turaa!

Jumua
17/11/2023

Jumua

ጁምዓ ሙባረክ!
==========
ባንካችን የሸሪዓ ህግን መሰረት አድርጎ ባዘጋጀው የቁጠባ ሂሳብ አማራጮች ተጠቃሚ ይሁኑ!
Filannoowwan herreega qusannaa Baankiin keenya Seera Shari'aa hundeeffachuun qopheessetti fayyadamaa!
#ኢትዮጵያ

Few days left Awash!
16/11/2023

Few days left
Awash!

16/11/2023
Awash!!
16/11/2023

Awash!!

የዲጂታል ቅርንጫፎቻችን እርስዎን በመጠባበቅ ላይ ናቸው!
=============
ወደ ባንክ መሄድ ሳይጠበቅብዎ በአመችዎት ጊዜ እና ሰዓት ወደ ዲጂታል ቅርንጫፎቻችን ጎራ በማለት የ24/7 የባንክ አገልግሎት ያግኙ! ስለባንካችን ወቅታዊ መረጃዎችን ለመከታተል የቴሌግራም ቻናላችንን https://t.me/awash_bank_official በመወዳጀት ቤተሰብ ይሁኑ!
አዋሽ ባንክ!

Gara baankii deemuun osoo isin irraa hin eegamiin yeroo isiniif mijatutti dameelee dijitaalaa keenya sa’aa 24/7 hojjatanitti goruun tajaajila baankii argadhaa!
Odeeffannoo waqtaawaa waa'ee baankii keenyaa argachuuf maatii toora Teeleegiraamii keenya; https://t.me/awash_bank_official ta'aa.
Baankii Awaash


#ለስኬትዎ

16/11/2023

ባንካችን ዛሬ እሁድ ሕዳር 2 ቀን 2016 ዓ.ም ያወጣውን አዳዲስ ክፍት የስራ መደቦች ለማግኘት የቴሌግራም ቻናላችንን https://t.me/awash_bank_official
ይጎብኙ!
አዋሽ ባንክ!

16/11/2023

: Senior gov’t officials join military leaders in Dar es Salaam as ongoing talks with OLA progress positively

Positive progress has been made in the ongoing negotiations between the Ethiopian government and the Oromo Liberation Army ( ) in , according to sources close to the mediation team. Redwan Hussein, the national security adviser to Prime Minister Abiy Ahmed, and Gedion Timothewos, Minister of Justice, joined the talks yesterday, demonstrating confidence in both the negotiations and the mediation team.

Following days of engagement, the parties have now transitioned to addressing the substantive issues at hand. The talks, which began last week with top military leaders from both sides, were facilitated by a delegation led by Ambassador Mike Hammer and senior diplomats from the Intergovernmental Authority on Development ( ), , and .

Dr. Workneh Gebeyehu, the head of IGAD, is reportedly actively facilitating the talks. The executive secretary of IGAD expressed commitment to supporting member states in overcoming challenges. The talks aim to find a settlement to end the near five-year militarized conflict in the regional state. While positive progress has been acknowledged, the previous dialogue held in May concluded without an agreement.

https://addisstandard.com/news-senior-govt-officials-join-military-leaders-in-dar-es-salaam-as-ongoing-talks-with-ola-progress-positively/

Address

Addis Ababa

Telephone

+251922526580

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Faji media-FM posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share