Haqa Qabna.

Haqa Qabna. Funyaan Sukkuumaan Dhiiga fida Dubbii Harkisuun Lola fida!!@@โ™ฅ๏ธ๐Ÿ’šโ™ฅ๏ธ๐Ÿงก๐Ÿ’™๐Ÿ’œ๐Ÿ’™๐Ÿงก๐Ÿ’™๐Ÿ’œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ’™โ™ฅ๏ธ๐Ÿ’™โ™ฅ๏ธ๐Ÿ’™๐Ÿ’š๐Ÿ’œ๐Ÿ’š๐Ÿ’œ

Follow Page:::
30/04/2025

Follow Page
:
:
:

15/04/2025
15/04/2025

Baga Geettan Ebla 15 Guyyaa Gootoota Oromoo

06/03/2025

Amaloota ONNEE keenya miidhan saddeet (8)!!
*************************************
1. Yeroo dheeraaf taa'uu ( fknf. TV ilaaluudhaan, fiilmiiwwan adda addaa irraa taa'aa oolu).
2. Ilkaan keenyaa sirriitti qulqulleeffachuu dhiisuu.
3. Sababoota adda addaan hirriba ga'aa rafuu dhabuu.
4. Sammuun baay'ee dhiphachuu (Stress)
5. Araada akka tamboo fi alkoolii fayyadamuu.
6. Nyaata cooma hedduu of keessaa qabu nyaachuu.
7. Nyaata ashaaboo itti guddisanii nyaachuu.
8. Dhiibbaa dhiigaa osoo qabanii (osoo akka qaban hin beekiinis ta'uu mala) yaalamuu dhiisuu.
*************************************
Fayyaan Faaya
Dr. Gurmeessaa H.

23/02/2025

Ramadaanaaf Guyyaa 5 Qofaatu hafe Alahamdulillaah@

Address

Dire Dawa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Haqa Qabna. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share