31/05/2026
Guyyaa boruu biyya keenya Itoophiyaa keessatti filannoo seena qabeessa gaggeeffamuuf jiru ilaalchisee.
- Namootni miiliyoona 54+ ta'an sagalee kennuuf galmaa'aniiru
- Paartiileen morkattoota 42 ta'an hirmaataniiru
- Kaadhimamtootni 10,518 ta'an dhiyaataniiru
- Buufataaleen filannoo 52,000 qophaa'aniiru
- Taajjabtoonni filannoo Idil Addunyaa hedduun Itoophiyaa ga'aniiru.
- Miidiyaaleen biyya keessaa fi alaa hedduun guutummaa Itoophiyaa keessatti bobba'aniiru.
-Filannoon Nagaan jalqabee Nagaan akka xumuramuuf qaamonni Nageenyaa hedduun qophii ta'aniiru.
👉Filannoo Nagaa, Biyya keenyaaf Nagaa, Dorgomtoota hundaaf carraa gaarii🙏
👉 54ሚሊየን መራጮች (የኢትዮጵያ ህዝብ) በኢትዮጵያ ታሪክ ታይቶ በማይታወቅ ደረጃ ለምርጫ ተመዝግቧል።
በነገው እለት ህዝብ በነቂስ ወጥቶ ይመርጣል።
👉10,438 የፖለቲካ ፓርቲ እጩዎች እንዲሁም 👇
👉 80 የግል እጩዎች
👉 42 የፖለቲካ ፓርቲዎች እጩዎቻቸውን አዘጋጅተዋል።
👉 የኢትዮጵያ ህዝብ ባጠቃላይና የፀጥታና ደኅንነት ኀይሎች በተለይ ... ተረባርበን፤ በነገው እለት ምርጫውን ሙሉ በሙሉ እናሳካዋለን።