ትራምፕ Trump

ትራምፕ Trump FOLLOW ME please follow me

የትረምፕ ልጆች 😍👌IJOOLEE TRUMP 👋
26/09/2025

የትረምፕ ልጆች 😍👌
IJOOLEE TRUMP 👋

Siida jalalaa nuu Kessa dhabatte jirtaa atii  Jawar MohammedMubarek BaaleAbiy Ahmed AliAsiledin MohammedMas'ud JemalFiro...
25/09/2025

Siida jalalaa nuu Kessa dhabatte jirtaa atii


Jawar Mohammed
Mubarek BaaleAbiy Ahmed AliAsiledin MohammedMas'ud JemalFiroomsaa GOMonet GemechuMUE MAXIbroo IbsaaQilleensi Nasrii Bubbise PageAndualem gosaITUU POSTFedila BiyaMuhee Abduuትራምፕ TrumpMergitu Werkina Gadisa

Baga nghan biyya Dubai UAE gette sin jechuu barbaddaIbroo Ibsaa
25/09/2025

Baga nghan biyya Dubai UAE gette sin jechuu barbadda
Ibroo Ibsaa

AFRICA! Kan ammaa irratti ibidda tufe! Sirba yeroo fi ilaalchaa dhaloota haaraa waliin deemu! Walumaan kokokkomuuf jirra...
25/09/2025

AFRICA!

Kan ammaa irratti ibidda tufe! Sirba yeroo fi ilaalchaa dhaloota haaraa waliin deemu! Walumaan kokokkomuuf jirra!
Sona Takele Fufa dafi maaloo 🤲🏾

Eeyyen Sanyii koo rreechi Amantaan Garagari⁉️👉Irreechi faajjii waloomaa fi hedduumminaa, kan ummanni garaa garummaa aman...
25/09/2025

Eeyyen Sanyii koo rreechi Amantaan Garagari⁉️

👉Irreechi faajjii waloomaa fi hedduumminaa, kan ummanni garaa garummaa amantaafi ilaalchaa tokko male tokkummaadhaan qooddatu, aadaa fi eenyummaa isaa itti mul'ifatu qabeenya walooti.

25/09/2025

Sonaa Takkalaa cooming soon

Niitiin Haftamuu Lammuu waliin jirtu tun ani pheenxedha irreecha akka hin deemni wangeelli na dhorka jette.Mirga isheet....
25/09/2025

Niitiin Haftamuu Lammuu waliin jirtu tun ani pheenxedha irreecha akka hin deemni wangeelli na dhorka jette.Mirga isheet.Kan gaaffii natti ta'e rifeensa Chaayinaa nam tolchee mataatti baachuu wangeelli isaan hin dhorku? Qeessa laastikii qubatti baachuu wangeellii isaan hin dhorkuu? Qamisii jilbaa olittii kuttee uffachuu hoo wangeelli hin dhorku?🤔

November 26 2019Guyya seenaa qabbessa Eliyas Temam
25/09/2025

November 26 2019
Guyya seenaa qabbessa
Eliyas Temam

 taye yeroo darbee mana hidhaa kana hidhamee dhaggenne
25/09/2025

taye yeroo darbee mana hidhaa kana hidhamee dhaggenne

Mashaa Allah Rabbin waliin isiin haa bulchuu 😂😂😂 Mubarek Baale
25/09/2025

Mashaa Allah
Rabbin waliin isiin haa bulchuu
😂😂😂
Mubarek Baale

Abbaa Alaabaa Gamtaa Afriikaa Alaabaa Gamtaan Afriikaa(AU) yeroo ammaa kana fayyadamaa jirtu kan boce, hayyuu Oromiyaan ...
24/09/2025

Abbaa Alaabaa Gamtaa Afriikaa

Alaabaa Gamtaan Afriikaa(AU) yeroo ammaa kana fayyadamaa jirtu kan boce, hayyuu Oromiyaan Afriikaaf gumaachite, Yaaddessaa Zawugaa Booji'aa❤️

Yaaddessaa Zawugaa Booji'aa weellisaa, ogeessa fakkii fi Giraafiks Dizaayinara, akkasumas qabsaa’aa mirga namaati.

ትራምፕ Trump

Address

Addis Ababa

Telephone

+251920023126

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ትራምፕ Trump posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ትራምፕ Trump:

Share