02/04/2025
Above Manchester United only sky🔴
✍️🔴Akka gabaasni " " guyyoota muraasa duraa baasee jadhutti Manchester United kilabaa guddicha Great Britain ti jechun gabaaseera, akkasitti wanti isin hubachuu qabdan Manchester United kilabaa guddicha England osoon taane kilabaa guddicha Britain ti jedhamuun kilaboota Wales fi Ireland fi kilaboota Scotland babbeekamoo waancawwaan 100 ol injifatan kan akka Rangers fi Celtic caaluunii, BBC qorannoo gaggeessuun sadarkaa kana kan baasuu hogguu ta'u ulaagaa adda addaan sadarkaa kan ka'ees ta'uusaa gabaaseera, akka gabaasa BBC ti Manchester United kilabaa guddicha Britain ta'un sadarkaa 1ffaa yeroo qabatuu Liverpool sadarkaa 2ffaa akkasumas Arsenal sadarkaa 3ffaa hoggu argatu Manchester City sadarkaa 4ffaa qabateera!, kilaboonni kunneen maalif sadarkaa kana akka argatanii fi ulaagaa kamiin sadarkichi akka kennamee ballinaasaa waliin haa ilaallu!
Sadarkaan kun kan kennamee ulaagaa mataasaa qaba, ulaagaa kanaan jidduugaleessaan average point kilabaa foyyaawaa point guddaa argateen sadarkichi tartibaan ka'ee!
👉
✍️🔴 Trophy dh,akka Britain ti kilabaa kamtuu waancawwaan gugguddaa baay'ee milkeeffatee kan jedhu,Major Trophy dhan kilaboonni Scotland Rangers fi Celtic waancawwaan 119 fi 117 milkeeffachuun sadarkaa gaarii qabataaniiru,England irra Manchester United fi Liverpool waancawwaan 47 fi 45 milkeeffachuun sadarkaa 3ffaa fi 4ffaa qabataaniiru,Arsenal Major trophy 30 injifachuun itti aana,Manchester City immo Major trophy 28 injifachuun walduraa duubaan sadarkaa qabataaniiru!
👉
✍️🔴 Followers, ulaagaa lammaffaa hordoftoota sooshiyaal miidiyaan hordoftoota guddaa eenyutuu qabadhaa,Ulaagaa Hordoftoota Miidiyaa Hawaasa kan irratti YouTube osoo hin dabalamneedha,Platform Tiktok, Facebook, Twitter ' ' fi Instagram dhan hordoftoota baay'ee qabachuun Manchester United sadarkaa 1ffaa qabateera,Man. United Platform kanneen irratti waligalaa hordoftoota M21