19/07/2026
you did it
🥶🇪🇸 “Akka fi goolii maaf hin galchitu? Anaan waa'een goolii galchuu takkumaayyu nayaachisee hin beeku.
natti kenname geebicha injifachuu qofa waan ta'eef🏆💭
warra waa'ee goolii gaafataniif akkasitti deebisee rukute...
“Ani goolii galchuuf hin dhiphadhu. Duraan dursee hundi isaanii yoo xiqqaate 10n na caalu, akkaataan tapha koos kan isaanii irraa addadha”.
“Ani geebicha injifachuu qofan barbaada! Dorgommii kana irratti tarii goolii 16 galchuu dandeessa ta'a, garuu walakkaa xumuraaf darbuu dhabuu dandeessa... Ani isa akkasii hin barbaadu. Ergamni koo ifaaf ifatti mo'achuu qofadha.Dhugumatti waancaa addunyaa kana injifachuun hawwii kooti” 🌎😈