Mooyataa Tech

Mooyataa Tech Oromo Technologies
(2)

Yoo passwordii email keessan badde, tarkaanfii armaan gadii hordofuun passwordii keessan haaraa bakka buusuu dandeessu 👇...
01/11/2025

Yoo passwordii email keessan badde, tarkaanfii armaan gadii hordofuun passwordii keessan haaraa bakka buusuu dandeessu
👇👇

💥 Linkii kana gadii cuqaasaa:
https://accounts.google.com/signin/recovery

Erga as seentanii booda gara fuula Google account recovery ti ni geeffamtu.

1️⃣ Email keessan (addressii emailii keessan) kan passwordiin isaa bade galchaa, booda “Forget password” jedhu irratti cuqaasaa.

2️⃣ Google passwordii duraan itti fayyadamtan yaadattan.
✅ Yeroo kana, yoo yaadattan passwordii duraan fayyadamtan galchaa, booda Next jedhu irratti cuqaasaa.
✅ Yoo dogoggortan illee hin yaaddahiinaa — account keessan hin cufamu.

3️⃣ Sana booda Google code Verification jedhu gara bilbilaa keessan kan account irratti galfameetti ni erga.

✅ Ergaan sun karaa Text (SMS) yookiin Call (bilbila) dhufa — filannoo laman keessan tokkicha filadhaa.

4️⃣ Code lakkoofsa 6 (six digits) kan isiniif ergame galchaa.

5️⃣ Sana booda Googlele akka password haaraa galchitan isin gafataa.
✅ Password haaraa barbaadduu galchaa, booda irra deebitanii walfakkaatu galchaa akka mirkaneessuuf.
Booda Next jedhu irratti cuqaasaa.

👉 kana booda password keessan haaraan ni tajaajila, kan duraan bade bakka bu’a.

Gochuu Hin Dagatiinaa!!

Carraa Kanatti Fayyadamaa Namoota Dhibba Shaniif Dv 2027 Bilisaan guutuuf qophii xumurree Jirra! Ulaagaa 1) Fuula Facebo...
17/10/2025

Carraa Kanatti Fayyadamaa Namoota Dhibba Shaniif Dv 2027 Bilisaan guutuuf qophii xumurree Jirra!

Ulaagaa

1) Fuula Facebook keenya hordofaa
2) Maxxansa Kana yoo xiqqaate yeroo 5 share godhaa
3) Fuula kana https://www.facebook.com/mooyataa Hordofaa.
4) Comment Jalatti Dv 2027 jechuun barreessaa.

Namoota 5000 ulaagaa olii guutaniif kaffaltii Dv Lottery barbaachisu kaffalleefii kan guunnuuf ta'a

Annisaan Niyuukularii Maalinnii?(What is  Nuclear Energy?) Annisaan Aduu Ifa Addunyaadhaaf Laattuu irraa kaasee hanga An...
14/10/2025

Annisaan Niyuukularii Maalinnii?
(What is Nuclear Energy?)

Annisaan Aduu Ifa Addunyaadhaaf Laattuu irraa kaasee hanga Annisaa Guyyaa Guyyatti Ibsaadhaaf, Nyaata Bilcheessuuf, Konkolaataa fi Warshaalee sochoosuuf Fayyadamnuu Madda Gara Garaa qaba.

Isaanis Soolaarii(Humna Aduu), Humna Qilleensaa(Wind Turbine), Baayoogaazii, Gaazii fi Annisaa Karaa Bishaanii Madduudha.

Gama Annisaa Niyuukularii Yommuu Deebinu Annisaa Aatomii Uranium-235 jedhamu Fayyadamuudhan Adeemsa Nuclear Reaction Jedhamuun kan Madduudha.

Adeemsi inni Guddaan Fission isa Jedhamu Yommuu ta'uu Aatomii Uranium gara Xixiqqootti Caccabsuun Annisaa kan Maddisiisuudha.

Annisaan Kunis Meeshaa Nuclear Reactor Jedhamu keessatti Karaa of Eeggannoo fi Eegumsa olaanaa qabuun Uranium Akka Galteetti fayyadamuudhaan kan Maddisiifamuudha.

Annisaan Niyuukularii Galtee xiqqoo fayyadamuudhaan ibsaa manneen miiliyoonotaa ibsu dhiheessuu ni danda'a.

Annisaan Niyuukularii Faalama Qilleensaa kan hin fidneedha(zero carbon emissions) , Fayyaa, Qo'aannoo fi Qorannoo Hawaa irrattis bu'aa guddaa qaba.

Miidhaa Annisaa Niyuukularii Fayyadamuu.

1. Yoo of Eeggannoo Guddaan hin taasifamne gara Naannootti Radioactive Material gad dhiisuudhaan Lubbuu Namaatiif lubbuu qabeeyyii galaafachuu ni danda'a fknf Balaa Chernobyl fi Fukushima Fudhachuu ni dandeenya.

2. Hafteen ykn Balfi Radioactive nama irraa fagaatee yoo seeraan hin gatamne Miidhaa guddaa geesisuu danda'a.

3. Annisaa Niyuukularii fayyadamuun Baasii guddaa fi yeroo dheeraa kan gaafatuudha. Kunis diinagdee biyyaa hanga xumuramutti duubatti harkisuu danda'a.

4. Waraanaaf kan fayyadamnu yoo ta'e lubbuu dhala namaa lafarraa balleessuu danda'a. fkns Waraanaa Addunyaa 2ffaa irratti Ameerikaan biyya Jaappaan eddoo Hiirooshimaa fi Nagaasaakii irratti kuffifteen guutumatti lubbuu namaa balleessuun taatee yeroo dhihooti.

Kanarraa ka'uudhaan biyyootiin addunyaa Karaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitiin Seerri itti fayyadama Waraanaaf Dhoorku bahee jira.

Carraa Kanatti Fayyadamaa Namoota Dhibba Shaniif Dv 2027 Bilisaan guutuuf qophii xumurree Jirra! Ulaagaa 1) Fuula Facebo...
11/10/2025

Carraa Kanatti Fayyadamaa Namoota Dhibba Shaniif Dv 2027 Bilisaan guutuuf qophii xumurree Jirra!

Ulaagaa

1) Fuula Facebook keenya hordofaa
2) Maxxansa Kana yoo xiqqaate yeroo 5 share godhaa
3) Fuula kana https://www.facebook.com/mooyataa Hordofaa
4) Comment Jalatti Dv 2027 jechuun barreessaa.

Namoota 5000 ulaagaa olii guutaniif kaffaltii Dv Lottery barbaachisu kaffalleefii kan guunnuuf ta'a

Oduu Gammachiisaa Namoota Dhibba Shaniif Dv 2027 Bilisaan guutuuf qophii xumurree Jirra! Ulaagaa 1) Fuula Facebook keeny...
09/10/2025

Oduu Gammachiisaa Namoota Dhibba Shaniif Dv 2027 Bilisaan guutuuf qophii xumurree Jirra!

08/10/2025

Odeeffannoo fi barnoota Teeknoolojii gara garaa Fuula fb keenya irraa argachuu ni dandeessu.

Mee wantoota fi Mata Duree akka isiniif dhiheessinu barbaaddani comment Jalatti nuuf barreessaa!

Oduu Gammachiisaa Namoota Dhibba Shaniif Dv 2027 Bilisaan guutuuf qophii xumurree Jirra! Ulaagaa 1) Fuula Facebook keeny...
05/10/2025

Oduu Gammachiisaa Namoota Dhibba Shaniif Dv 2027 Bilisaan guutuuf qophii xumurree Jirra!

Ulaagaa

1) Fuula Facebook keenya hordofaa
2) Maxxansa Kana yoo xiqqaate yeroo 5 share godhaa
3) Fuula kana https://www.facebook.com/mooyataa Hordofaa
4) Comment Jalatti Dv 2027 jechuun barreessaa.

Namoota 5000 ulaagaa olii guutaniif kaffaltii Dv Lottery barbaachisu kaffalleefii kan guunnuuf ta'a

Address

Bole
Addis Ababa
1000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mooyataa Tech posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share