IJOO WAA MARAA

IJOO WAA MARAA Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from IJOO WAA MARAA, Digital creator, Addis Ababa.

Deggersi kun lixa orormiyaarraa akka hin taanee namoonni itti dhiyaattan qaama lamanittu nuuf himaa
04/03/2026

Deggersi kun lixa orormiyaarraa akka hin taanee
namoonni itti dhiyaattan qaama lamanittu nuuf himaa

Bunaaf nagaa hin dhabinaa!!!!
13/02/2024

Bunaaf nagaa hin dhabinaa!!!!

Baga guyyaa raadiyoonii geessan
13/02/2024

Baga guyyaa raadiyoonii geessan

RIPAtileetin Keeniyaa abbaan riikardii maaraatoonii  balaa konkolaataatiin lubbuun isaa darbe.Dorgommii maaraatooniin ri...
12/02/2024

R
I
P
Atileetin Keeniyaa abbaan riikardii maaraatoonii balaa konkolaataatiin lubbuun isaa darbe.

Dorgommii maaraatooniin riikardii addunyaa kan harkaa qabu dargaggeessi ganna 24 lammii Keeniyaa Kelviin Kiptaam balaa konkolaataan lubbuunsaa darbe.

Kiptaam leenjisaasaa lammii Ruwaandaa Jarvees Hakizimaanaa waliin Lixa Keeniyaatti balaa konkolaataa Dilbata isaanirra gaheen lamaanuu lubbuu darbuuun gabaafameera

Muuziyeemii Yaadannoo Moo’icha   Abbootii keenyaa🙌🏼✋🏽❤️Dhugaa dubbachuuf bakka bareedaati hojii dinqii ajab nama jechisi...
09/02/2024

Muuziyeemii Yaadannoo Moo’icha Abbootii keenyaa🙌🏼✋🏽❤️
Dhugaa dubbachuuf bakka bareedaati hojii dinqii ajab nama jechisiisutu hojjetame, bakki kun seenaa abbootii keenyaa lola Adawa irratti gootummaa agarsiisanii baasee ifatti kan agarsiisuudha🙌🏼
Adawaa jechaa itti dhaadachuu qofaa miti hojii qabatamaa akkanaa hojjetanii sabaaf bu’aa buusuudha.
Gootummaan jabaan kun ammoo dilbata dhufu eebbifamee uumataaf ifa taha.
Bakka daldalaa, bashananaa, nyaataa fi dhugaatii, bunaa fi juusii babbareedaa itti argattan fi muuziyeemii yaadannoo of keessaa qaba daawwachuuf qophooftanii?
Mayor Office of Addis Ababa

09/02/2024

Taphoota piriimiyeer liigii inglaand torbee kana sanbata xiqqaa boriif sanbata guddaa taphatamu irratti tilmaama Kiriis satan

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when IJOO WAA MARAA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share