07/08/2026
Kan Ji'a Hagayyaa /12FFAA 1/12/2018 -30/12/2018! KITAABA QULQULLUU YEROO HUNDA DUBBISUU AADAA HAA GODHANNU! Namni kalandeera kana faana bu'ee dubbise waggaa 4 giddutti wangeela guutuu dubbisee fixu ni danda'a. Kaayyoon Keenya Dhaloota hundaa bira Wangeela Ga'uudha Eebbiffamaa. Akkuma beekamu kalanderii Makana yesuus Hard Copy isaa argachaa turtaniittu; Amma immoo karaa Facebook, Telegram fi Youtube keenyaa argachuu ni dandeessu.
Telegram: https://t.me/ydcs_raadiyoosagaleemisiraachoo
YouTube: https://www.youtube.com/