Obsa Asfewu

Obsa Asfewu “Egaa Kristos Yesus goofticha akkuma fudhattanitti isatti jiraadhaa!”
— Qol. 2:6

“Wanti gaariin inni ati warra si sodaataniif keesse, gaarummaan inni ati ilmaan namootaa duratti warra kooluu sitti gala...
26/01/2026

“Wanti gaariin inni ati warra si sodaataniif keesse, gaarummaan inni ati ilmaan namootaa duratti warra kooluu sitti galanitti argisiifte, attam baay'ee dha!”
— Far. 31:19

22/01/2026

Guyyichaa
Araara keen
nuuf miidheeksi
YESUUS koo 🙏

20/01/2026
Yeroo kadhaanna 🙏
12/01/2026

Yeroo kadhaanna 🙏

07/01/2026

Guyyaan guyyaa
Gammaachuuti
Kakuutu rawwate!

Baga guyyaa yaadanno faayyisaa keenya geessaan jaallatamoo maatii Waaqayyo 🙏♥️
06/01/2026

Baga guyyaa yaadanno faayyisaa keenya geessaan jaallatamoo maatii Waaqayyo 🙏♥️

02/01/2026

“Waaqayyo kun karaan isaa mudaa hin qabu, dubbiin isaa dhugaa ta'uu isaa amansiiseera;
— Far. 18:30

28/12/2025

Ibr. 2
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Kanaafis nuyi karaa irraa akka hin gorreef, dubbii isa dhageenye kana caalchifnee yaadaan duukaa bu'uun in barbaachisa.
² Dubbiin ergamoota Waaqayyootiin dubbatamee fudhatamaa ta'e, namni isa irra daddarbe yookiis namni isaaf dhaga'uu dide hundinuus adaba isaaf ta'u in argate.
³ Yoos immoo nuyi fayyina guddaa akkasii isa gooftaan ofii isaatii jalqabatti dubbate tuffannee, attamitti isa jalaa baana ree? Warri isa dhaga'an immo dubbii kana nuuf cimsaniiru.
⁴ Kana irrattis Waaqayyo ofii isaatii milikkita fi wanta dinqisiisaa karaa garaa garaas hojii aangoo hojjechuudhaan, akka jaalala isaatti kennaa hafuura qulqulluu hiruudhaan, duukaa bu'ee dhugaa ta'uu isaa mul'iseera.

23/12/2025

Address

Burayu
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsa Asfewu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share