Jaalala Fi Jechoota Jaalalaa

Jaalala Fi Jechoota Jaalalaa Baga nagaan gara page kanaatti dhufte follow gochuu hin dagatiin ๐Ÿ™Jaalalli Dursaa Waan Hundumaati

Lamine Yamal taphattoota gareesaa waliin ta'uun injifannoo kilabni isaanii Baarsaloonaan Shaampiyoonaa Laaligaa Ispeen t...
12/05/2026

Lamine Yamal taphattoota gareesaa waliin ta'uun injifannoo kilabni isaanii Baarsaloonaan Shaampiyoonaa Laaligaa Ispeen ta'uu isaa gammachuun yeroo kabajatan otobusii garechaa irra taa'ee alaabaa Fala๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธsxiin mirmirsuun deeggarsa Fala๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธsxiinotaaf qabu yeroo agarsiisu.....

odeeffannoon waaktaawaan dafee akka isin bira gahuuf page kana follow godha

12/05/2026

waan nama kofalchiisuu kana ๐Ÿ˜†

waan raajii Harki intala kana meeqa ๐Ÿค”
19/03/2026

waan raajii Harki intala kana meeqa ๐Ÿค”

Google pixel 4xlLMC 8.4+XML ๐ŸŒ„๐ŸŒดร‰dit : Lr๐Ÿ–Œ๏ธ๐ŸŽจ
17/03/2026

Google pixel 4xl
LMC 8.4+XML ๐ŸŒ„๐ŸŒด
ร‰dit : Lr๐Ÿ–Œ๏ธ๐ŸŽจ

Sirraan gora yoon si arge"Natti buunaan karaa dabdee Irra darbuun tasa hin jiru Waanan jedhe hunda dhabde Faallaa kanaan...
09/02/2026

Sirraan gora yoon si arge

"Natti buunaan karaa dabdee Irra darbuun tasa hin jiru Waanan jedhe hunda dhabde Faallaa kanaan dhufnaan tiruu

lja kankoon sin lagadha Nagaa Rabbii sin gaafadhu Qorshee godheen si darbadha Sin barbaadu sin jaalladhu

Tasan kaasu maqaa kee Sababnisaas miti daba Sirraan gora yoon si arge Of kabajuutu kana qaba

walaloo jaalala akkasumas waantoota barsiisoo fii bashannansiisoo argachuf page kana follow godha, like, share gochuun nu hordofa

๐—ง๐—œ๐—Ÿ๐— ๐—”๐—”๐— ๐—”๐—” ๐—•๐—”๐——๐—›๐—”๐—”๐—™๐—”๐— ๐—”๐—”! Liverpool FC VS Manchester CityNamoota dursanii Tilmaama Sirrii kaa'an ๐Ÿฑ'f1ffaa Kaardii Abbaa 500...
07/02/2026

๐—ง๐—œ๐—Ÿ๐— ๐—”๐—”๐— ๐—”๐—” ๐—•๐—”๐——๐—›๐—”๐—”๐—™๐—”๐— ๐—”๐—”!
Liverpool FC VS Manchester City
Namoota dursanii Tilmaama Sirrii kaa'an ๐Ÿฑ'f
1ffaa Kaardii Abbaa 500
2ffaa Kaardii Abbaa 200
3ffaa Kaardii Abbaa 100
4ffaa Kaardii Abbaa Abbaa 25
Qopheessineerra.
๐—จ๐—น๐—ฎ๐—ฎ๐—ด๐™–๐™– ๐˜ฝ๐™–๐™™๐™๐™–๐™–๐™จ๐™ž๐™˜๐™๐™–๐™–!
1. ๐Ÿ‘‰ page kana ๐™›๐™ค๐™ก๐™ก๐™ค๐™ฌ godhi.
2. Taphichi meeqaaf meeqaan xumurama?
3. Takka tilmaamnaan ๐—˜๐—ฑ๐—ถ๐˜ gochuun hin danda'amu.
4. Maxxansa kana Profile Kee fi Garee adda addaa ( #5) oolitti ๐—ฆ๐—ต๐—ฎ๐—ฟ๐—ฒ godhi. Dhumarrattis ๐—น๐—ถ๐—ธ๐—ฒ godhi.
. Ulaagaa kaahame keessaa tokko hir'isnaan badhaafamuun hin danda'amu.
nama dursee tilmaammaa sirrii tilmaammeef

Suuraaa kana keessaa tokko tuqii suuraa tuqxe sana irraa waan siif ba'ee carraa ke osoo hin dhoksiin comment jalatti bar...
07/02/2026

Suuraaa kana keessaa tokko tuqii suuraa tuqxe sana irraa waan siif ba'ee carraa ke osoo hin dhoksiin comment jalatti barreesii

Namichatu konkolaataa Bus seene jedhan. Xiqquma akka deemaniin hattuun mobaayilii fi birrii 3000 borsaa keessaa fuute.  ...
02/02/2026

Namichatu konkolaataa Bus seene jedhan. Xiqquma akka deemaniin hattuun mobaayilii fi birrii 3000 borsaa keessaa fuute. Namichis Uuuu... Jedhee qawwaxe.

Itti fufeesโžฝilaa ilaa! "Innii Boorsaa koo fi mobayiliikoo hatte asuma keessa jirta. Naaf deebisuu siif wayya" jedhe. Imaltoonni Bus keessa turan hundi yeroo tokkotti gara namichaatti garagalan Namichis itti fufee "yoo amma naaf hin deebisne seenaa abbaa koo Adoolessa 14, 1993 hojjete irra deebi'een hojjedha" jedhe. seenaa abbaan koo ittiin du'e irra deebi'ee hojjedha, utuu daqiiqaa 5 hin guutiin naaf debisii jedhe.

Hattuun sun boorsaa sana banuuf illee hin dhiphate, lafatti darbatee, "borsaankee kanaa?" jedhee kaasee itti kenne. Atoobisiin imala isaa itti fufe. โžฝ Namichi tasgabbaa'uu isaa erga hubatanii booda imaltoonni seenaa guyyaa 14/1993 dhaga'uuf jarjaran, imaltoota kessaa tokko "Abbaan kee Adoolessa 14, 1993 maal godhee?" Jedhee gafate. Namichis "Abbaan koo har'a lubbuun hin jiru. Garuu Adoolessa 14, 1993 akka koo Atoobisii seenee hattoonni qarshii hundaa hatanii osoo kan tikkeettii illee hin hanbisiin saaman. Innis deemsa kilomeetira 15 miillaan deemee gale. Osoo har'a borsaa koo naaf hin deebifne ta'e birrii taaksii waanan hin qabneef miilaan deemsa Kilomeetira 15 deemeen gara manaatti deebi'een seenaa abbaa koo irra deebi'een hojjedhan ture Amma kana na oolchitaniittu, Galatoomaa." jedheen ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ˜

Argitee tooftaa namittii?
Utuu si ta'e ittuma kennitee galtaam๐Ÿ˜›๐Ÿ˜€

Maxxansikoo biroon akka si qaqqabuuf pagekoo follow godhii darbi.

Hordoftoota 30K galleera deemsii itti fufa Hordoftonnii koo bayyeen isin jaalladha page kana share godha namoota follow ...
31/01/2026

Hordoftoota 30K galleera deemsii itti fufa
Hordoftonnii koo bayyeen isin jaalladha
page kana share godha namoota follow hin godhiin biraan ga'aa galatoomaaa ๐Ÿซก๐Ÿ™

Shamarran yuunivarsiitii Hiriyooota 5 Akka qaban meeqan keessantu beeka laataโ“๐Ÿ˜ โฉisaan keessaa sadii hojii qabu, lama bar...
30/01/2026

Shamarran yuunivarsiitii Hiriyooota 5 Akka qaban meeqan keessantu beeka laataโ“๐Ÿ˜ 

โฉisaan keessaa sadii hojii qabu, lama barataadha.

1ffaan, barsiisaa high school ti. inni kun; galgalaa fi ganama bilbileefii itti haasa'a. waan nama Dinqu immoo innis chiikota biroo 3 qaba.

2ffaan, mucaa hojii qabu, kan kaardii guutuuf, kan waan bunaa jedhee ji'a ji'aan waa erguufidha. isatti ammoo isa malee kan biroo waan qabdu itti hin fakkaatu. ๐Ÿ˜š
โ–ซ๏ธisa kana isheenis hanga tokko ni jaalatti.๐Ÿ˜ƒ

3ffaa, mucaa kilaasii iseeti. isa kanammoo ergaadhaf itti fayyadamti. Assaayimentii fi waantota tokko tokko akka hojjatuuf itti maxxanti. mucaa jsb san๐Ÿ˜‚

4ffaa, mooraa keessatti nama yeroo tokko tokko taphachiisu๐Ÿ˜ , kan maatiin isaa qabeenya qabu, kan nyaata bituuf, kan magaalaa fi iddoo bashannanaa adda addaa geessee daawwachiisu sana.๐Ÿ˜ inni kun illee gatii dadhabbii isaa hin dhabu.๐Ÿ˜‚

5ffaa, mucaa isa gaafa eebbifamten fuudha jedhee eegu sana.๐Ÿ™ƒ
mataan dhaabadhu atimmoo๐Ÿ˜‚

beekumsichi. Jedhan, jedhan, jedhanidhakaa gin .Isa dhageenye nuuf haa Eebbisu ๐Ÿ˜•

me follow na godha waan haara akkasi aragachuuf

Address

Bb
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jaalala Fi Jechoota Jaalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jaalala Fi Jechoota Jaalalaa:

Share

Category