Gutema

Gutema ☀️بسم اللهالرحمنرحيم☀️
Islamic Content Creator
*******l ⭐️⭐️⭐️ l*******
tiktok.com/

Sabaa-himaaleen Iraan waajira pirezidantii biyyattii Masuud Pezeeshkiyaa irratti haleelllaan gaggeeffamuu mirkaneessuun,...
01/03/2026

Sabaa-himaaleen Iraan waajira pirezidantii biyyattii Masuud Pezeeshkiyaa irratti haleelllaan gaggeeffamuu mirkaneessuun, pirezidanticharra garuu miidhaan akka hin geenye gabaasaniiru.

Hoganaan waliigalaa Rippablika Islaamaa Iraan Ayaatolaa Alii Kameenii haleellaan kun yeroo raawwatametti Teehraan keessa akka hin turree fi bakka nageenya isaaniif amansiisaa ta'e akka jiran aanga'aan tokko burqa oduu Roohitarsitti dubbateera.

Haleelaan US fi Israa'el Ayatolaa Alii Kameenii dabalatee gaggeessitoota Iraan olaanoorratti maaliif xiyyeeffate?
👇👇
https://bbc.in/3OCp16x

09/01/2026
07/12/2025

👂👂👇

17/11/2025

life is better when nobody knows anything about you!💯

14/11/2025
14/11/2025

Address

Addis Ababa
0934

Telephone

+251982646616

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gutema posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gutema:

Share