Guutu Qallo

Guutu Qallo ☑️. YAA RABBI!

GARBOOTA DIIN ISAA,AKHLAAQAA FII KARAA IFAA FII QAJEELLOO INNI FIDE QABSIIFATANII MAKHLUUQA KEETIIF IBSANIRRAA NU TAASISI.🤲☝️ 🤲

29/08/2025

Gandummaan ni Kufa!
Oromummaan itti Fufa!
Kun dhaadannoo Oromooti.✊️

20/08/2025

Oduu Addaa 🔊
Biyyi Malaysia 🇲🇾 nama uzrii tokkoon maleetti salaata Juma'aa dhiise adabbii qarshii hanga hidhaa waggaa lamaatti adabuuf seera haaraa raggaasiste

10/08/2025

With Gutema Abdulkarim – I just got recognised as one of their top fans!

🚨Carraan Baaloon D'Or injifachu ammaa! ✨✨1. Dembeele (%85) 2. Lamine Yamaal (%16) 3. Vitiniiha (%7) 4. Raafinaa (%5.8) 5...
28/07/2025

🚨Carraan Baaloon D'Or injifachu ammaa! ✨✨

1. Dembeele (%85)
2. Lamine Yamaal (%16)
3. Vitiniiha (%7)
4. Raafinaa (%5.8)
5. Saalaa (%5.8)
6. Paalmer (%4.6)
7. Hakiimii (%3.85)
8. Faabiyaan Ruuiz (%3.85)
9. Mbaappee (%2.94)
10. Nuunoo Mendes (%2.44)

👉Kaadhimamtoonni badhaasa Baaloon D'Or bara 2025 guyyoota 10 booda ni ifooma.

Enyutu injifata jettu isin yaada kessan ✉️ 👇

♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

« Rabbiin osoo fedhee isaan irraa haaloo bahata. Garuu (isaaniin loluutti wanni isin ajajeef) garii keessan gariin mokko...
28/07/2025

« Rabbiin osoo fedhee isaan irraa haaloo bahata. Garuu (isaaniin loluutti wanni isin ajajeef) garii keessan gariin mokkoruuf jecha. Warra karaa Rabbii keessatti ajj*eefaman hojii isaanii hin balleessu »

Quran - Surah Muhaammad (SAW) (47:4)

22/07/2025

«Du'uun barbaada
Jannata keessa nyaanni waan jiruuf du'ee achi keessaa argadhee nyaachuun barbaada»
Daa'ima Ga*z💔zaa 🇵🇸

22/07/2025

Gaariidha rakkoo hin qabu jedhe
Malee, hin miidhamu hin jenne.😥😥

10/07/2025

Sadarkaa xiqqeenya keetitti waan
Hedduu baratta!🤗🤗

06/07/2025

Wanti Hundi Sababaaf ta'a.
Tasgabbaa'i!🤔

04/07/2025

Maatii Hacaaluu sirri beeka . Murtii isaanii qofa obsaan Eega 🖐

02/07/2025

Bishaan dhuydu mara
Qaamaa keetiif fayyaa
Sammuu teetiif tasgabbii
Qoma keetiif gammachuu siif haa taasisu🥛🤲❣️

Address

Addis Ababa
0934

Telephone

+251982646616

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Guutu Qallo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Guutu Qallo:

Share