03/12/2025
Motummaa Idaa'amuu keessatti ce'umsa dameewwan hundaa mirkaneessuuf utubaawwan murteessoon afur kaa'amaniiru. Qajeeltoowwan kanneen hojiirra oolchuun badhaadhina biyyaalessaa ni ariifachiisna!
1️⃣ Kalaquu (Innovation): Yaadota haaraa maddisiisuu, rakkoolee kalaqaan furuu fi wanta qabnu irraa wanta wayyasiisu/caalu hojjechuu.
2️⃣ Saffisuu (Speed): Yeroon warqeedha. Waan eegalle si’aayinaan xumuruu, saffisa addunyaa waliin qixxee tarkaanfachuu.
3️⃣ Baay’isuu (Scale): Hojiiwwan gaarii babal’isuu, oomishtummaa sadarkaa olaanaan guddisuu fi milkaa’ina hunda biraan gahuu.
4️⃣ Qulqullina (Quality/Integrity): Asooraa fi hojii badaa irraa qulqullaa’uu, qulqullina eeguu fi dhugaadhaan tajaajiluu.
Daandiiwwan arfan kanaan imaluun, Itoophiyaa gara sadarkaa haaraatti ni ceesisna!
Nesru Kedir Mohammed