KAYO Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from KAYO, Digital creator, Addis Ababa.

26/02/2026
Addunyaan nama dandeettii (Skill) qabuuf iddoo qabdi. Of irratti hojjechuun 'Investment' kaffaltii guddaa siif kaffaludh...
04/02/2026

Addunyaan nama dandeettii (Skill) qabuuf iddoo qabdi. Of irratti hojjechuun 'Investment' kaffaltii guddaa siif kaffaludha. Guyyaa har'aa waan haaraa tokko barachuun boru kee ijaari!
1. Dubbisuu hin dhiisin.
2. Yaaluu hin sodaatin.
3. Hojiitti hiikuu hin dagatin.

🚀 Dandeettii Kee Gabbifachuun Furtuu Milkaa'ina Keetiiti!Baay'ee keenya "Yoomin milkaa'a?" jennee eegganna. Garuu milkaa...
04/02/2026

🚀 Dandeettii Kee Gabbifachuun Furtuu Milkaa'ina Keetiiti!
Baay'ee keenya "Yoomin milkaa'a?" jennee eegganna. Garuu milkaa'inni dandeettii harka kee jiru keessa dhokattee jirti. Addunyaan kun nama "Digrii" qabu qofa osoo hin taane, nama "Dandeettii" (Skill) qabatamaa qabu kabajji.
Wanti ati har'a barattu, boru jireenya kee jijjiira. Yaadadhu:
• Of irratti hojjedhu: Guyyaatti sa'aatii tokko dandeettii haaraa barachuuf yoo oolchite, waggaa tokko keessatti nama adda taata.
• Kaka'umsa keessaa maddisiisi: Namni akka si jajjabeessu hin eeggatin. Ati ofiif humna!
• Dogoggora hin sodaatin: Namni dandeettii haaraa baratu hundi jalqaba irratti ni dogoggora. Dogoggorri kee mallattoo ati yaalaa jirtuuti.
• Teknoolojii fayyadami: Bilbilli harka kee jiru "University" guddaadha. Youtube, Google fi kkf irraa waan jireenya kee jijjiiru baradhu.
💡 Yaadadhu: Beekumsi hamma ati hojii irra oolchite qofa si fayyada. Har'uma dandeettii tokko gabbifachuu jalqabi!
'ina

Address

Addis Ababa

Telephone

+251988416295

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when KAYO posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to KAYO:

Shortcuts

Share