Qe'ekee

Qe'ekee Meeshaa Gatii madalawwan ni dhi'eesina

fuulli kun Beekumsaa walii galaa maxansuun beekkama isin maarree Fuula kana like gootanii sammuu keesaniif beekumsa akkuma foon keesaniif nyaata barbaaddan

28/03/2026

Oduu Gammachiisaa!👏
= = = = = =
Warri mana caraqaa seeraan ijaartanii yaaddoo keessa turtan hunduu baga gammaddan. Mootummaan Naannoo Oromiyaa ijaarsa seeraan alaa Dambiin Boodaa lafa Magaalaa Naannoo Sirna qabsiisuuf dambii haaraa baasee gadi buuseera. Dambiin haaraan kun Lakk. 259/2018 kan ba'e yoo ta'u rakkoo uummata keenyaa furuuf hojiin mootummaan hojjete hedduu nama boonsa.

Guutummaa Dambii kanaaf👇
👉 https://t.me/EthioTimes2

Address

Yeka Abadoo
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qe'ekee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category