27/07/2026
Boom Negellee π₯ π₯ π₯
Negellee Arsiin Ammas Garee isaa cimsachuu itti fufeera.
Dargaggeessa cimaa Garee kilaba Hawaasaa keessatti ga'umsa olaanaa dabarsaa ture, Yaared Biruukiin kan ofii isaa godhateera.
Viva Negellee Arsi π₯π₯π₯
Share
Share