Jaal Gadaa

Jaal Gadaa I KNOW WHAT I NEED!�


430 gatiin argaa👌✅

28/12/2025

GIDDAA AYYAANAA!
ISIN FAANA JIRRA
INJIFANNOON ITTI FUFA.......

 KANA_ILAALAA_YA_SABAA😃Oduu AmmeeShaneen Faannoo waliin Oromoo bilisa baasuuf waliigaltee uumtekun Oduu raajii bara kana...
28/12/2025


KANA_ILAALAA_YA_SABAA😃
Oduu Ammee
Shaneen Faannoo waliin Oromoo bilisa baasuuf waliigaltee uumte
kun Oduu raajii bara kanaati.
Shanee fi Faannoon adda uummu irraa kaasee hanga dhaabbata siyaasaa tokko waliin hundeeffachuuti waliigalanii jiru.

Tibba Darbe ajajaoonni Shanee lama Jaal Waarituu( Biqilaa) fi ajajaan maqaan isaa adda hin baane kan biraan Jaal marroo irraa kallattii fudhachuun ajajaoota Faannoo waliin waliin mari’achuuf gara Goojjaam deemuun isaanii ni yaadatama. Marii ajajoota Faannoo waliin guyyoota sadiif taasisaniin Faannoo Wallaga keessa socho’aa jiru waliin adda uumanii waraanuuf waliigaluun isaanii dhagaameera. Waliigalteen kun hanga paartii siyaasaa tokko uumachuutti akka tarkaanfatus barameera.
Humnoonni kun seeneessa kanaan dura ture araaraan bira darbuuf kan murteessan yommuu ta’u konfiransii araaraa erga gaggeessaniin booda hojiitti akka galanis waliigalaniiru. Jaal Waarituun qabsoon Faannoo kan shanee caalaa bu'aa qqbeessa ta'uus ragaa baheera jedhama.
Shaneen diina ummata Oromooti.
😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃 ni kolfina maal abbaasaa....

''Ye Arsi Immabeet, diggimtii kaabatti hojjetu, Gojjamitti, kibbatti [hafuura] hojjetu jennee kadhanna. Fiichee, Salaale...
25/12/2025

''Ye Arsi Immabeet, diggimtii kaabatti hojjetu, Gojjamitti, kibbatti [hafuura] hojjetu jennee kadhanna. Fiichee, Salaale bira yeroo geenyu maaliif sabatti jijjiirame?''

Paastar Henook maal BBC'tti dubbatan?
⬇️⬇️
https://bbc.in/48TiP1B

03/12/2025

Karaa Dhugaa moo
karaa Nagaatu fala jettan Mee?

03/12/2025

Mee na qirqidaa! akkam kolfu ilaaltuu👀

 😥😭😭😭Godina wallaggaa Lixaa Aanaa Aayiraatti Namni   nyaatamuun dhagahamee    Taateen kun kan mudate baadiyyaa ganda laa...
26/11/2025

😥😭😭😭
Godina wallaggaa Lixaa Aanaa Aayiraatti Namni nyaatamuun dhagahamee


Taateen kun kan mudate baadiyyaa ganda laaloo suchiiti jedhamti Ganama bahanii gabaa oolanii galgala deebi'anii utuu galaa jiranii namoota Afur waliin gara manaa deemaa jiran bira shamarre maqaan ishee armaan olitti heerame kana itti utaalun qabatee utuu namni tokko dhaqqabee irraa hin baasin fudhatee baduun dhagahame.
Wallaggaatti lubbuun nama akka malee bahuun baratamaa ta'us kun immoo onnee namaa cabsuudha wallaahi! Maati fi firoonni jabaatanii sakatta'iinsa taasisanis kan argame ishee qofa jedha odeeffannon ammaaf na qaqqabee 😭😭😭😭


Hundaafuu maati fi firoottan ishee hundaaf jajjabinan hawwa!

Kiccuu koo rabbiin kee siif haa araaramu
Boolla kee daadhiin haa guutumalee
Waanan jedhu hin qabu nagaatti!😭😭😭

𝐆𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐃𝐑
Gadaa Warra Wallaggaa ✍

10/11/2025

😭Mee nadhiisi!😭

09/11/2025

Wallaggaa

  Oduu GammachiisaaMajlisni Godina Qellem Wallaggaa Akka Godinaalee Giddu Galeessa Naannoo Oromiyaatti Bittaa Gamoo Majl...
09/11/2025


Oduu Gammachiisaa
Majlisni Godina Qellem Wallaggaa Akka Godinaalee Giddu Galeessa Naannoo Oromiyaatti Bittaa Gamoo Majlisa Oromiyaaf Gumaacha Godheen Tokkoffaa Baheera.

Alhamdulillaah Kun Seenaadha.Qaamonni Akka Mullannu Akka Dorgomaa Taanee Injifannuuf Sababa Taatan Guddaa Galatoomaa jazakumullahu khayran Baga gammaddan baga gammanne.
Namatti tola dhugaa!

08/11/2025

❤AGGAAROO❤

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jaal Gadaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share