Mako Billi Media and Events

Mako Billi Media and Events Mako Billi Media and Events is a pioneer in the entertainment industry, renowned for delivering innovative and high-quality media productions.

The company currently produces television programs broadcast on OBN, creates TV and radio commercials, produces

"Koloneel Alamuu Qixxeessaa na waamanii yeroo hundaa gadda qofaa irratti hin hojjetinaa hinjifannoo irrattis hojjedhaa n...
01/08/2026

"Koloneel Alamuu Qixxeessaa na waamanii yeroo hundaa gadda qofaa irratti hin hojjetinaa hinjifannoo irrattis hojjedhaa naan jehan" Gammachuu Barii

https://youtube.com/?si=gsSZ1dOnTgOylBcC

31/07/2026

Gammachuu Barii Seenaa himu fi waan isinitti himatus qaba. Gammeen Umurii isaa qabsoo hidhannoo fi hojii Aartii Oromoo keessatti dabarse. Sirbootaa hamma har'aatti haalaan jaallataman kanneen akka "Soolanee gafaa Chidha kee ..., Ani Sanyii Leencaatii" jedhaman dabalatee heddu gumaacheera. Tibbana qophii keenya Mako Bili Show waliin waan hin haasa'aamin hedduu irraa haasa'eera.

https://youtube.com/?si=gsSZ1dOnTgOylBcC

"Albamii koo Jalqabaa Birr 1500ttin gurgure, Namni narraa bite hedduu waan buufateef Birr  3000 dabalee naa kenne. Isa l...
20/07/2026

"Albamii koo Jalqabaa Birr 1500ttin gurgure, Namni narraa bite hedduu waan buufateef Birr 3000 dabalee naa kenne. Isa lammaffaa garuu Birr 15,000ttin gurguradhe. Yeros, Birrii hammi kun mana guddaa ijaara ture" Abbaba Abbashuu

Abbabaa Abbashu Gameessa guddina Afaan, Aadaa fi Artii Oromootiif ...

Address

Finfinnee/Addis Ababa
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mako Billi Media and Events posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mako Billi Media and Events:

Shortcuts

Share