18/05/2026
Amma AI Claud Lakkoofsa Biyya keenyaan Account banannee fayyadamuu dandeenya.
dur lakkoofsa alaa qofa nama gaafata ture.
Claud fayyadamaa jirtaa?? 😀👌😋
ILAA TECH 🫡
Ifoomaa Ayyaanaa Firdii
Lamesa Abara Takala