Maya Sport

Maya Sport Oduu Ispoortii Balliinaan ni argattu

12/07/2025

Big shout-out to my newest top fans! Oliyaad Lameesa

12/07/2025
23/06/2025
23/06/2025

Tapha Guutuu Itiyoophiyaa Kubbaa Miilaa Walakkaa Xumuraan Naannoon Oromiyaa Kibxata boruu sa'aa 9:00tti Naannoo Sidaamaa waliin morkiin gaggeessu ni eegama .

Taphni Walakkaa Xumuraa Kubbaa Miilaa dhiirotaan Kibxata boruu waaree booda Istaadiyeemii Magaalaa Jimmaatti kan gaggeeffamu yoo ta'u , Oromiyaan Sidaamaa Waliin , Kibbi Itiyoophiyaa ammoo Gaambeellaa waliin morkiin gaggeessaan si'oominaan eegama .

23/06/2025

Maali dubbiin akkanaa yoo isin taate ho?

Oduu Gaareez Beel kilaba isaanii bitachuuf jira jedhu erga dhaga'ee booda, deeggaraan Plymouth Argyle tokko miila isaa irratti tattoo Bales hojjachiifatuuf ariifate, sana booda guyyaa tokko booda Bale Plymouth bitachuuf fedhii akka hin qabnee fi Cardiff bitachuu akka barbaadu ibsee yure amma gurbaan kun Taattoo kana akkam godha😂😂

Abjuu akkamiiti 🤣

23/06/2025
Qophaawaa gaa amma
21/06/2025

Qophaawaa gaa amma

Waajjiraalee Dargaggoo Ispoortii fi Godinaalee akkasumas: Bulchiinsa magaaloota Oromiyaa hundaaf;

Shaampiyoonnni Gareewwan Kubbaa Miilaa mo'aa mo'attoota Oromiyaa marsaa 23'ffaan Hagayyaa 11-26/2017 magaalaa Baatuu irratti kan gaggeeffamu yoo ta'u, ulaagawaan armaan gadii kana guuttanii akka argamtan isin beeksifna.

1, Shaampiyoona Godinaalee irratti Gareewwan sadarkaa 1 hanga 3 bahan kan himaatanidha.

2, Kanfaltii raawwatamuu qabu kamiyyuu yeroon akka raawwattan.

3, Hidhannoo (Maaliyaa) gosa lama qabattanii dhiyaachuu qabdu.

4, Taphattoota kilaboota liigii 1'ffaa Oromiyaa, Liigii Olaanoo Oromiyaa, Piriimiyeer Liigii Oromiyaa, liigiiwwaan Itoophiyaa kam irrattiyyuu 2017 hirmaate qabattaani akka hin dhufne isin beeksifna.

Abdullaa Ziyade
08/06/2025

Abdullaa Ziyade

05/06/2025

Address

Addis Ababa

Telephone

+251256621019

Website

https://www.facebook.com/Mayasport.100064428922860, https://www.m/mayasport.10

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maya Sport posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Maya Sport:

Share