22/03/2023
Degree Jalqabaa Fi Masters Swizerland Birrii 1000 Qofa.
=============================================
Namootni Hedduun Barumsa Barbaadu, Garuu Carraa Barnoota Dhaban, Hedduun Beekumsa Isaanii Guddisuu Barbaadu Garuu Karaa Tola Baratan Barbaadu. Barumsi Biyya Alaa Maaliif Gatiin Isaa Ol Ka'e Yoo Jettan, Yookiin Barumsaaf Maaliif Qarshiin Ba'a Yoo Jettan, "Accredation" Kan Jedhamu Kanaaf Ba'a. "Accredation" Kun tokko fudhatama fi beekamttii qabaachuudha. Kana irraa ka'uun biyya keenyatti Kanneen Akka Unity Fi Rift Valley Mootummaa Biratti Fudhatama Fi Beekkamttii Argachuuf Baasii Baasan Qabu. Akka Biyya Alaatti Keessumaa Biyya Swizerlanditti Immoo Manni Barumsa Dhuunfaa Beekkamttii Mootummaa Swizerland Argachuu Isa Hin Barbaachisu, Sababni Isaa Mootummaan Swizerland Kan Inni Bulchu University Fi College Kan mootummaa ta'an qofaadha. Kanaafu, Nutis Mana Barumsa Tola Barsiisu Arginee Jirra. Kunis Kaffalttii Tokko Malee Barattu. Garuu Dhuma Irratti Kan Graduation Jedhamee Kaffalttiin Hanga 5000 Isin Kaffalchiisu. Sana Booda Degree Fi Masters Keessan PDF Dhaan Isiniif Ergu. Print Godhattanii Itti Fayyadamuu Danddeessu. Kun Garuu Mootummaa Itiyoophiyaa Biratti Fudhatama Haa Qabaatu Haa Dhabu. Wanti Beeknu Hin Jiru. Kanaafuu Barattootni Barana 12th Kuftanis Kan Darbitanis, Namootni Gurguddaanis, Even Dalddaalttotni Barachuu Danddeessu. Isa Kana Namootni Barbaadan Yoo Namoota 100 Ol Taatan Group Hunddeessinee Karaa Sana Orientation Wal Faana Isiniif Kennina.
Namootni Barbaaddan Yookiin Yaada Keessan Karaa Saanduqa Yaadaa Yookiin Karaa Nuuf Barreessa. Yoo Namni Hedduun Argame. Group Kana Hunddeessina.
Namoota Hundumaaf Godha.
Namni Tokko Nama 10f Share Haa Godhu. Wal Haa Gargaarru. Namoota Osoo Barachuu Fedhanii Qarshii Dhaban Gargaara!
Nile Educational Consultant
Bole, Oromia Building!