02/10/2025
Kutaan Lallaba Godina Arsii Lixaa Gamaagama Sirna Ayyaana Daamaraa Ilaalchisuun Marii Gaggeesse::
Fulbaana 22/01/2018
Shaashamannee
Itiyoophiyaa
Kutaan Lallaba Godina Arsii Lixaa Sirna Ayyaana Daamaraa kan Bara 2018 Ilaalchisuun Jabina Fii Hanqinnaa Isaa Hoggantoota Mana Kiristiyaanaa Teessoo Phaaphaasii Jala Argaman Wajjiin Gamaagame:: Sirni Ayyaana Daamaraa Haala Adda Ta'een Akka Kabajamee Fii Rakkoo Tokko Malee Sa'aatii Murtaa'een Nagayaan Akka Xumuramee, Akkasumas Sirna Ayyaana Kanarratti Kan Argaman Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee Kabajamoo Obboo Adaanee T/Giyoorgis Jaldoo Dhaamsa Ykn Ergaa Baay'ee Gaarii Ta'e Kan Dabarsan Ta'uu Isaanii Gamaagamaan Kan Ibsame Yoo Ta'u:- Haqina Jiruu Bara Itti-aanutti Akka Furamu Kallatiin Kaa'amee Amajjii 10-13 /2018 Kan Kabajamu Sirna Ayyaana Cuuphaa Ilaalchisuun Mariin Gaggeeffamee Akka Magaalaa Kenyatti Koreen Dhaabbataa Akka Hundeeffamu Kallatiin Kaa'ameera::