22/08/2024
Ogeessota Lafaa Ganda Baadiyaa Aanaa keenyaaf, Hojii bara 2017 hojjetamu irratti mata dureewwan adda addaa irratti hubannoon kennameera.
Dabalaatanis hojii safara lafaa marsaa 2ffaa bara 2017tti karaa project CALM-LAP kenname irratti qophii akka godhaniif kallattiin karaa Abbaa Adeemsa MQLB kennameeraaf.