Shek Zakir Abdukarim Page

Shek Zakir Abdukarim  Page (ان مع العسر يسرا)
Abshir nijijjiiramti rakkoo booda balloon dhufti obsii eegadhu
(2)

11/10/2025
11/10/2025

Waan rabbi siif qoode amanfadhu irratti shakkari

09/10/2025

ماشاء الله

09/10/2025

Waliitti yaaduurra waliif yaaduu aadaa haagodhannuu

08/10/2025

Namuu fuula rabbi numadhaqa

08/10/2025

Duniyaan jaalalaafi jibbanna qabdi jaalalti duraa kan allaahaati
Allaahaa nijaalannaa
Mee waliin haadhageefannuu

07/10/2025

Dargaggoonni keenya Gatii miidiyaa argachuuf, mullata male mullachuuf qur'aanaan,hadiisaan,diiniin amantiin hintaphatinaa rabbi sodaadhaa diin keessaan kabajaa yoosan kabajamtanii

02/10/2025

Fedhiin namaa hinguutamtu nama hunda jaalachiisuu hindandeeyssu

Maaltaate yaaqaalii namaa yaadhiira laffaate rabbi isin haafayyisu U.Abuubakar ahamad nidhukkuba du'aa'ii godhaafiFayyaa...
02/10/2025

Maaltaate yaaqaalii namaa yaadhiira laffaate rabbi isin
haafayyisu

U.Abuubakar ahamad nidhukkuba du'aa'ii godhaafi
Fayyaa isaa haadeebisuufi

Address

Alemaya

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shek Zakir Abdukarim Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Shek Zakir Abdukarim Page:

Share