Shanee Miidiyaa

Shanee Miidiyaa O,S,B,Fan independent and nonpartisan news enterprise whose mission is to produce original and citizen-driven reporting on Oromia.

26/08/2026

Aadaa Oromo tuluuma

26/08/2026

Badhoo namarare

21/08/2026
29/07/2026

Oromoo qawwee malee WBO malee seenaa keefi afaan kan duri caalaa baduuf deema hubadhu WBO jabeeffadhu

15/04/2026

Baga Geessan Ebla 15 2026

Firaa Oromoo-nama keennaa guddaaGadaammojjii fi qorataan Sirna Gadaa, Miseensii Gadaa Jaldeessa Liiban, Hayyuuf Qorataan...
04/02/2026

Firaa Oromoo-nama keennaa guddaa

Gadaammojjii fi qorataan Sirna Gadaa, Miseensii Gadaa Jaldeessa Liiban, Hayyuuf Qorataan Aadaa Professor Asamerom Lageessee Ancufa liqimsee jedhan.

Baraataa fi qorataan Yuunivarsitii Harvard, namni sabaan Ertriyaa, ka lamummaan faranjii, ka namummaan immoo Oromoo kun waggaa 50 oliif baadiyaa Boraanaa jechuun liiban fi Dirree (Itoophiyaa irraa) Saakuu fi Waasoo -Keeniyaa jidduu deemuun maqaa "Gadaa" jedhu ka amma kaashilabbeef Lubbuu balleessituun itti dhaadattu kana addunyaan wal barsiise.

Guddinna jaarsa kana Kitaaba inni qoree argee hubadhe. Baaluu Girmaa Oromaayiiti ansee , yeeroo jalqabaaf kitaaba nama kana OROMO DEMOCRACY: An Indigenous African Political System dubbise . qaaman immoo guyyaa lama qofa wal argine🥺 . Tokko gaafa inni bara 2018 keessa Yuunivarsitii Finfinneetti argamuun Lammaa Magaarsaa Waaqoo irraa Doktoreetii kabajaa -honorary doctorate (honoris causa) fudhatu

Lammeessoo Yuunivarsitii Jimmaa Hojiif deemee achitti Intala Oromoo ta warra Wallaggaa Bonnie K. Holcomb(Qabalee ) waliin Interview tolche( tunilleen Nama adii, keessii immoo Oromoo) . Duuba Galata Jaarsa kanaa silaa namni deebisuu jirachuu male. immoo hin jiru. maaliif? dhaloonni kun babbadichaa sadaarkaa nama adoo hin taanee akka bineensatti du,aa nyaachaa jiraatu waan taateef .

Nama Aadaa, Abbaa Gadaa ykn Professor . beennu duuba nagaa boqodhu yaayyuu si eebbifne .

……………………………………,,………….,,,,,,,,,,,,,,…………….’😭

Asmerom Legesse the Eritrean-born Harvard scholar who illuminated the world with the wisdom of the Gadaa system, the timeless Oromo philosophy of governance and social order, has left an indelible legacy. A devoted member of Ya’aa Jaldeessaa (Jaldesa Liben), he was a true son, researcher, and elder (jarsa) of our people or the Borana. Rising from the soil of Asmara, he stood as a towering intellectual presence in Oromia and beyond.

A genuine son of the Oromo people, a giant of thought and spirit, majestic and enduring, like Mount Kilimanjaro of Tanzania , his memory remains unforgettable. The boss ✌️🖐️

Rest in power, sir.
Thank you for your lifelong service to knowledge, dignity, and humanity.

Ulfaadhu 🙏

19/01/2026

Congratulations Senegal 🇸🇳🥰🥰🥰🥰🥰✅✅✅✅

Address

Ambo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shanee Miidiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share