Ani Anuma Yoomiyyuu

Ani Anuma Yoomiyyuu Namni wa,eekoo mal jedha jettee nama biraa hin gafattiin sababni isayuu wa,eekee yommiyuu namni si

With FC Barcelona – I'm on a streak! I've been a top fan for 9 months in a row. 🎉
18/06/2025

With FC Barcelona – I'm on a streak! I've been a top fan for 9 months in a row. 🎉

27/11/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ürji Dûgùmã Bêñtí, Ţěşfụ Ğịřmâ

24/06/2024

carraa fuuldura kee jiruuf of qopheessi, Kufaatiin gulantaa milkaa'ina kee itti aanu waan taheef jabaadhu! Kufaatiin cimina sammuu keessanii hin ibsu karaa itti wantootni ittiin siif hojjechuu didan barta.

➨ Toomaas Ediisan namichi ibsaa elektiriikii uume yeroo 9,999 milkaa'uu dadhabe garuu yeroo gaafatamu ani hin kufne karaa ittin elektiriikiin ifu hin dandeenye 9,999 bare malee jedhe.

➨ Atihoo Abdii kutannaa keessaa baatee of jijjiruuf qophoofteettaa?? Diinni milkaa'inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du'aatti yoo ta'e iyyuu cichii jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taate duuta.

Dhaloonni si boodaa "rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har'a bu'aa isaa jiraanna" siin jechaa seenaa kee yaadachaa jiraatu.
source::telegram

  Good sunday
31/12/2023



Good sunday

30/09/2023

Watch, follow, and discover more trending content.

26/09/2023

Address

Ethiopian
Ambo
1000

Telephone

+251931698624

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ani Anuma Yoomiyyuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ani Anuma Yoomiyyuu:

Share