Jeldu broadcasting service

Jeldu broadcasting service Waliin haa barannu, waliin haa bashannannukaa.

18/12/2024
EBBA KITAABAAImaltuu Faana MilkiiGuyyaa Muraasatu hafe!Sanbata Duraa 11/1/2017 Sa'a 6:30 irratti Buraayyuu Keellaa, Galm...
18/09/2024

EBBA KITAABAA
Imaltuu Faana Milkii
Guyyaa Muraasatu hafe!

Sanbata Duraa 11/1/2017 Sa'a 6:30 irratti Buraayyuu Keellaa, Galma Hoteela Guuteetti.

Share gochuudhaan gargaaraa Adaraa
25/03/2023

Share gochuudhaan gargaaraa Adaraa

Iyyaafannoo namni suura isa armaan gaditti argittan Kun Abba ko obbo Atomsa korjo adii jeedhamu umriin isan mana 60 keessatti argamu bu'a ba'iin jireenya oliif gadii nama oftii jiruu ofii foyyeeffachuuf biyyarra biyyatti socha'a turan bara2005 gara godina wallaggaatti socha'an turan hanga 2009tti bilbilan Wal hordofaa tura sana gara gambeellatti imalan akkam hojjii warqee bashuu hojjatan nati hime ture, turtii ji'a 3 booda waraaqa eeyyana warqee basuu wan hin qabneef hidhamee ture hidhaara bahee gara wallaggaatti deebihee achiin 2010 keessa sana bilbilan argaachuu hin dandeenyee deeme barbaduuf biyya hin beeku obsee tahuuf abbaadha nama hin teesissu maloo warri soshaal midiyaa hordooftan hundii sher naaf godha lubbuun jiraattef hin jirree isa baruuf dirqaamee wallaggaa keessa laaloo qilee jedhamtitti akkam argamu oddeeffannnon hordoofeen turee argaachuu hin dandeenyee waaqa fana natti hin dhisina lakk bil 0943174394 naaf bilbila Dirbaba Atomsa Finfinneerra

Iyyaafannoo namni suura isa armaan gaditti argittan Kun Abba ko obbo Atomsa korjo adii jeedhamu umriin isan mana 60 kees...
25/03/2023

Iyyaafannoo namni suura isa armaan gaditti argittan Kun Abba ko obbo Atomsa korjo adii jeedhamu umriin isan mana 60 keessatti argamu bu'a ba'iin jireenya oliif gadii nama oftii jiruu ofii foyyeeffachuuf biyyarra biyyatti socha'a turan bara2005 gara godina wallaggaatti socha'an turan hanga 2009tti bilbilan Wal hordofaa tura sana gara gambeellatti imalan akkam hojjii warqee bashuu hojjatan nati hime ture, turtii ji'a 3 booda waraaqa eeyyana warqee basuu wan hin qabneef hidhamee ture hidhaara bahee gara wallaggaatti deebihee achiin 2010 keessa sana bilbilan argaachuu hin dandeenyee deeme barbaduuf biyya hin beeku obsee tahuuf abbaadha nama hin teesissu maloo warri soshaal midiyaa hordooftan hundii sher naaf godha lubbuun jiraattef hin jirree isa baruuf dirqaamee wallaggaa keessa laaloo qilee jedhamtitti akkam argamu oddeeffannnon hordoofeen turee argaachuu hin dandeenyee waaqa fana natti hin dhisina lakk bil 0943174394 naaf bilbila Dirbaba Atomsa Finfinneerra

20/09/2022

DEEBII TUBE SUBSCRIBE SHARE LIKE THANK YOU

12/09/2022

DEEBII TUBE SUBSCRIBE,SHARE, LIKE , THANK YOU

 *********Gaazexaa Bariisaa- Jila atileetiksii hundaaf qarshii miliyoona 10- Komaandar Daraartuuf saanii warqiin dibamee...
28/07/2022


*********
Gaazexaa Bariisaa
- Jila atileetiksii hundaaf qarshii miliyoona 10

- Komaandar Daraartuuf saanii warqiin dibameefi ni galateeffanna jedhu

- Atileet Daawwit Siyyumiifi Maqdas Abbabaa tokko tokkoonsaanii lafa kaaree meetira 250

- Atileetonni Warqiwuhaa Geetaachoo, Lammeechaa Girmaafi Mossinnat Garramawu tokko tokkoonsaanii lafa kaaree meetira 350

- Atileetonni meedaaliyaa argamsiisan Taammiraat Tolaa, Lattasanbat Gidayiifi Goyitaatoom Gabrasillaaseef lafa kaaree meetira 500

- Badhaafamtuu addaa Atileet Gudaaf Tsaggaayiif lafti kaaree meetira 500, saanii warqiin dibameefi ni galateeffanna jedhu kennameeraaf.

Gaazexaa Bariisaarraa odeeffannoowwan dabalataa argachuuf
- Telegram
Ethiopian Press Agency/Afaan Oromoo
ykn liinkii
https://t.me/EthiopianPressAgency_AfaanOromoo

- Marsariitii
https://www.press.et/afanoromo/

26/07/2022

Daandiin Gindabarat Shikkutee haala kanaan hawaasa naannoo sanaa gidiraa argisiisaa jira

22/07/2022

Requirements
Education Qualification
 MA/Msc Degree in Economics, Accounting, Management, Business Administrations and Information System, IT and other related fields with a minimum of CGPA of 3.0 and above.
Experience: Not required.
Language: Proven proficiency in listening, speaking, and writing command of Afaan Oromoo, Amharic and English Languages.
Other Requirements: Only graduates of 2022.
The age of an applicant shall not exceed 30 years (inclusive).
Required Competency
 Analytical skills;
 Time management skill;
 Customer relationship management;
 Suitable, trainable, adaptable, diligent, confident, reliable and motivated person;
 Ability to work effectively under pressure;
 Able to effectively report results;
 Able to perform multiple tasks at the same time and prioritize them properly;
 Good understanding of the macro economy and banking industry of the country;
 Ability to discover the needs of internal and external customers and strive to deliver services and products to meet these needs in a professional and courteous manner;
 Works effectively with and supports colleagues, fostering a positive and collaborative environment;
 Actively pursues technical and personal self-development on an ongoing basis;
 Takes advantage of learning opportunities and ongoing development;
 Giving high concern for optimal operations, making effective and efficient decisions; and
Remuneration: As per the Bank’s salary scale and benefits scheme
Terms of Employment: Permanent after a probationary period
Registration Deadline: July 29, 2022
Place of Registration: Human Capital Business Partner Office located on Bole Road, on Dembel City Center 4th Floor (Kindly Use lift No 6)
Interested applicants who fulfill the above criteria can submit their copies of non-returnable CV with the application letter and copy of credentials; including copy of grade 8 ministry certificate and other supportive documents in person.
Note: Only shortlisted applicants will be contacted.

.................KEESKOO..........Fiilmiin Afaan Oromoo, taatota jajjaboo fi sadarkaa qulqullina filmii biyya kanaan oli...
20/07/2022

.................KEESKOO..........

Fiilmiin Afaan Oromoo, taatota jajjaboo fi sadarkaa qulqullina filmii biyya kanaan olitti hojjetame, akkasumas baasii qarshii gadi aanaa yoo jedhame miliyoona tokko (1000,000) isaa ol itti dhangala'ee qabsoo qabsoo aartii Afaan Oromoo gama fiilmiitiin jiru moossisuuf godhamaa ture milkaa'ee eebbaaf gahee jira. Aaga dhagahaa

  Ispoortii !!!.  har’aa dorgommiiwwan Atleetoonni Itiyoophiyaa itti hirmaataan 3 ni gaggeefamu.⭕️Shaampiyoonaa Atleetik...
20/07/2022

Ispoortii !!!.

har’aa dorgommiiwwan Atleetoonni Itiyoophiyaa itti hirmaataan 3 ni gaggeefamu.

⭕️Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa gaggeeffamaa jiruun halkan har’aa dorgommiiwwan Atleetoonni Itiyoophiyaa itti hirmaataan 3 ni gaggeefamu jedhameera.
Barii sa’aatii 11:45 irratti fiigicha xumuraa gufachiisaa meetira kuma 3 dubartoota gidduutti fiiggamuun Atleetoonni Itiyoophiyaa ni eegamu.
Maqdas Abbabaa fi Warqiwuhaa Geetaachoon meedaaliyaa dabalataan ni argamsiisu jedhamee tilmaamameera.

⭕️Fiigichi gulaallii meetira kuma 5 dubartoota gidduutti halkan sa’aatii 8:25 irratti gaggeeffamuunis, Alteet Daawwiit Siyyuum, Lattasanbat Gidayii fi Gudaaf Tsaggayyeen morkii cimaa ni taasiisuun eegamu.

⭕️Dorgommii gulaallii meetira 800 dhiiroota gidduutti halkan sa’aatii 9:20 irratti dorgamamuun Atleet Tolasaa Boodanaa fi Eermiyaasa Girmaan marsaa itti aanutti darbuuf morkiin taasiisan ni eegama.

Address

Ambo

Telephone

+251933907229

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jeldu broadcasting service posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jeldu broadcasting service:

Share