Onnee Goota

Onnee Goota Ethiopia

01/09/2024

Amazing dance

01/09/2024

Penton comedy

16/11/2023

Mariin nagaa mootummaa Itoophiyaafi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti Taanzaaniyaa, magaalaa Daaree Salaamiitti gaggeeffamaa jiru “haala gaariin deemaa jiraachuu” maddeen marii kanaitti dhhiyeenyaan hordofaa jiran BBC’tti himaniiru.

Marii torban darberraa kaasee bakka qondaalonni waraanaa olaanoo gama lamaanirraa irratti argamanitti gaggeeffamaa tureera.

Haata’u malee, kaleessarraa kaasee ammoo aanga’oonni mootummaa olaanoo lama marii kanatti makamaniiru akka maddeen BBCf mirkaneessanitti.

Aanga’oonni kunneenis, Gorsaa Nageenya Biyyaalessaa Ministira Muummee Abiy Ahimad kan ta’an Ambaasaaddar Reediiwaan Huseen fi Ministira Haqaa Geediyoon Ximootiyoos ta’uun barameera.

Aanga’oonni kunneen marii kanarratti argamuunis marichi “haala gaariin deemaa jiraachuuf” agarsiistuu ta’uu keessa beektonni dubbachaa jiru.

Aanga’oonni kunneen marii nagaa waggaa darbe mootummaan Federaalaafi TPLF Piritooriyaatti gaggeesserratti mootummaa Itoophiyaa bakka bu’uun hirmaatanii turan.

Marii guyyootaaf gaggeeffamaa tureen booda amma “gara dhimmoota qabatamoo ta’anirratti” dubbachuutti ce’aniiru jechuun barruun Addis Standard maddeen isaarraa argadhe jedhe eeruun gabaaseera.

Abdiin hunda oli
03/06/2023

Abdiin hunda oli

01/10/2021
Entoto park
24/05/2021

Entoto park

15/12/2020

Public

01/12/2020

Priffessional

Siidaan Goota keenya Artist Hacaaluu ebbiifamee seenaan bara hanga baratti si yaadata Hacee sanyii motii
25/10/2020

Siidaan Goota keenya Artist Hacaaluu ebbiifamee seenaan bara hanga baratti si yaadata Hacee sanyii motii

Haccee sanyii motii Haccee sanyii goota  ................
19/10/2020

Haccee sanyii motii
Haccee sanyii goota ................

Address

Amboo
Ambo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Onnee Goota posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category