Käl kisi - 2k

Käl kisi - 2k Before hate your family and countries be yourself!

⚠️✡️❻❻❻➠ይነበብ🤑✡️✡️✡️ 0966696600 ✡️✡️✡️    ይቀይሩ።አባል ስለሆኑ ብቻ  1,000,000- 3,000,000 ብር ያግኙ  ለመቀላቀል የሚያስፈልገው መስፈርት1.✡️መታወቂያ2....
15/10/2024

⚠️✡️❻❻❻➠ይነበብ🤑
✡️✡️✡️ 0966696600 ✡️✡️✡️
ይቀይሩ።
አባል ስለሆኑ ብቻ 1,000,000- 3,000,000 ብር ያግኙ
ለመቀላቀል የሚያስፈልገው መስፈርት
1.✡️መታወቂያ
2.✡️የባንክ አካውት
3.✡️ጉርድ ፎቶ
△△△△△△△△△
📞📞09-66-69-66-00
📞📞+251966696600
✡️✡️✡️✡️✡️✡️✡️✡️✡️

💔💔Bullukkoo isaanii of irra buusani; 'tirii' haphii tokko irra 'shini' shan naqani; jabanaa tokkoon olmaa isaani bareeff...
08/03/2024

💔💔
Bullukkoo isaanii of irra buusani; 'tirii' haphii tokko irra 'shini' shan naqani; jabanaa tokkoon olmaa isaani bareeffatu.ganama gaafan ciisu kan na kaasu sagalee 'moyyee' fi muka tumaa ''qus qus'' jedhu ture.yeroon ka'u sagale ishe laafaa; ilkaan ishe hin jirre sanan noor ilmoo koo jetti.maxinoo ciccittee 'sa'ini' irra buuteen kolfa yeroo dabarsu.kolfitee kolfitee''yaa dibaabee!''jetti akkoon koo.akkoon koo fi dibaabeen erga wal bira deemani turaniiru.isaan hiriya jabana duri bara ollaan walitti hin hammaanne keessa turan! garuu akkawoon kiyya Qorichee Teessoo dura gante.gattee gara uumaa ishii deemte.dhugaa dubbachuf erga yeroo sanaati ani dhuunfaan kiyya bakka dibaabeen jirtu hin beeku.edaa namni bule ka'e waldagata.akka tasaa ta'ee gaafan fuula 'facebook' kiyyaa galu du'a ishin dhagahe.lakki akkas miti.ishin gara hiriyaa ishi gara Qorichee Teessoo deemteetti! dhuftee ishi osoo hin dhagahinan deemte ishi dhagahe.lubbuu ishi waaqayyu nuuf haa fayyisu.😭💔

Amma jirrutti wal haa yaadannu!! Kun kanan ani baradhedha! Jiraatte natti lola turte deemtees na barsiiste!
💔💔💔💔

07/03/2024

Anis hin dhufu dilbata 'churchi' dhiisee
Aarsaan baasa nan kadhadha dungo ibsee

Dhiisi hin dhufiin atis jimaata juma dhiistee...
Hin jibbu bar gammadaadha yoo na kiiste

Akka keetti akka kootti ammasitti yaadaan kufaa
Hojja duree wal agarra hojjaa hin galin
Subiin dhufa!

''Seenaan ishi akka kale sana jedhe abbaan jaarsoo jaarsi ganda keenyaa.ilma dhalche ''jaarsoo'' jedhe maqaa moggaasee! ...
02/03/2024

''Seenaan ishi akka kale sana jedhe abbaan jaarsoo jaarsi ganda keenyaa.ilma dhalche ''jaarsoo'' jedhe maqaa moggaasee! maaliif jennaan;kan seenaa beeku jaarsa jedhe.ani seenaa itti himen itti guuta.ogummaadhaanan qajelcha.kan seenaaf ogummaa qabummoo dhugum jaarsa jedhe.jaarsoonis dhaloota ta'ee seenaa dhagahe.seenaa beeka garuu seenaa hin agarsiisu.sababni isas obboloota isaa faana waligalte hin qabu.

seenaa dhagahe keessatti adawaan lafa seenaati.jaarsoon kana beeka.oolmaa abbaan isaa achitti oole beeka.kanaaf olmaa abba isaa ollaan dagachiifte mul'isuf kaata.jaarsoon isa.dhaloota ammaa isa seenaadhaan jaarsoome! hawwin isa seenaa lafa qabsiisuudha.garuu waligalteen inni obboloota isaa faana qabu haphiidha.isa akka furdifatuuf waaqa kadhadhaafii.baga ayyaana Adawaa nagayan geessan.Rabbiin nagaa fi waligalte nuuf haa kennu.horaa bulaa!

  gara galgalaaTarruun hin jiru keessaa galaa!!!😭Tarruu! Qalbiin si keessa jiru hin umamne kam keessattuuKan maraate sin...
28/01/2024

gara galgalaa
Tarruun hin jiru keessaa galaa!!!😭

Tarruu! Qalbiin si keessa jiru hin umamne kam keessattuu
Kan maraate sin jedhee odeessu
Maraataan sun sitti dhuftee hin qixxattu
Guutuun Ambo sin ho'iti
Boqochoochun kee sirri hin turre
Erga demte kana booda
Eessa fidu kan akkake itti qorre

Egaa maalan jedha
Maal iyyatu maal dubbatu
Bol'a kan kee dadhiin guutee
Lubbuun kan kee haa fayyitu 😭😭

  #  nu ofkalcheef galanni haa ta'u! Borus nu haa milkeessu!....LEEL!  ayyaana cuuphaa Gooftaa keenya iyyesuus kiristoos...
20/01/2024


# nu ofkalcheef galanni haa ta'u! Borus nu haa milkeessu!....LEEL!

ayyaana cuuphaa Gooftaa keenya iyyesuus kiristoosin sin gahe

 ,oromia This is a beutiful place that created by  GOD and some make up by manmade.
13/01/2024

,oromia
This is a beutiful place that created by GOD and some make up by manmade.

06/01/2024

Yaadni namoota naannoo kee turanii gatamee;akka horii naannoo kee turaniitti yaaduun baay'ate!
kanaaf jeeqaa fi jeequmsi hammaate!

✍️kal

🗣🗣Namni giddu galeessaan jireenya isaa keessatti gara waggaa 26 rafee😊 kan dabarsu yoo ta'u;kunis guyyoota 9,490 ykn sa'...
04/01/2024

🗣🗣Namni giddu galeessaan jireenya isaa keessatti gara waggaa 26 rafee😊 kan dabarsu yoo ta'u;kunis guyyoota 9,490 ykn sa'aatii 227,760 waliin walqixa🤨. Sun jireenya keenya guutuu siree irra ciisnee dabarsine keessaa harka sadii keessaa tokko! Kan nama ajaa'ibu immoo waggaa 7 hirribaaf yaaluun dabarsina 🤔 — walumaa galatti waggaa 33 ykn guyyoota 12,045!✍️ the page

Caacculee jiruu keetii keessaa isa kam faa adda baaste?😉...''who are you?🙄''  Maaliif ''onliini'' galte😊? Have you a pla...
04/01/2024

Caacculee jiruu keetii keessaa isa kam faa adda baaste?😉...''who are you?🙄'' Maaliif ''onliini'' galte😊? Have you a plan to do this?🤔:-kaleessi har'a hin ta'u.ammi immoo boru! Then be yourself!👏 Miiraan osoo hin taane sammuudhaan of dursi! ✍️🙏

Address

Meneharya
Ambo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Käl kisi - 2k posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share