Gemechu Adugna Pages

Gemechu Adugna Pages YESUUS JIREENYA KOOTI

03/06/2026

'Waanti Rakkoo Ta'e
Maal akka ta'e Beektuu?

Active Member Rom. 8¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯³⁵ Eenyutu jaalala Kiristosittii gargar nu baasa? Gidiraan yookiis muddamni, ari'atamuun, ...
26/05/2026

Active Member
Rom. 8
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
³⁵ Eenyutu jaalala Kiristosittii gargar nu baasa? Gidiraan yookiis muddamni, ari'atamuun, beelli yookiis qullaa ta'uun, sodaachifamuun yookiis billaan gargar nu baasuu danda'aa ree?
³⁶ "Sababii keetiif namoonni guyyaa guyyaatti nu keessaa in ajjeefamu, akka hoolota qalamuuf jedhaniitti lakkaa'amnee jirra" kan jedhu caafameera.
³⁷ Waan nu irra ga'e hundumaatti garuu, karaa isa nu jaallatee mo'icha guddaa arganna.
³⁸ Duuni, jireenyi, ergamoonni waaqa irraa, warri bantii waaqaa keessatti aboo qabu jedhamanii sodaataman, wanti amma jiru, wanti dhufuuf jirus hundinuu, wanti humna argisiisuu danda'us, jaalala Waaqayyoottii gargar akka nu hin baafne ani beeka.
³⁹ Wanti ol ka'ee jiru, wanti gad fagaatee jirus, uumama keessaa wanti biraas, jaalala Waaqayyoo isa karaa gooftaa keenyaa Kristos Yesus nuuf dhufettii, danda'ee gargar nu hin baasu.

Inni ati Sodaatte Raafamee Buqqa'eera.
13/05/2026

Inni ati Sodaatte Raafamee Buqqa'eera.

𝙟𝙤𝙨𝙮 𝙘𝙝𝙖𝙡𝙖𝙛.aaqayyoon kadhachuu qabna.Obbolootako.Jecha namarra kaa'uu haa dhiisnu.hin ga'a jechaan wal madeessuun.
03/05/2026

𝙟𝙤𝙨𝙮 𝙘𝙝𝙖𝙡𝙖𝙛.aaqayyoon kadhachuu qabna.Obbolootako.Jecha namarra kaa'uu haa dhiisnu.hin ga'a jechaan wal madeessuun.

01/05/2026
01/05/2026

ANAAN KAN NA DHIBU

Namni maaliif Otoo beekuu Abiddatti Fiigaa??

30/04/2026

gaddisiisa

Address

Ambo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gemechu Adugna Pages posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share