Wondimu waritu kebato

Wondimu waritu kebato Haaqaf falmii

03/11/2022
30/03/2022

Breaking News: Gareen Shoororkeessaa Fannoo jadhamu biyyatti shoororkeessaa jira. Gareen shoororkeessaa fannoo lola weerara Karrayyuu Magaalaa Qorkee jadhamtu irratti baneen lubbuu Milishoota Oromiyaa 25 ol darbitee akka jirtu mirkanaa'eera!! Weerara fannoon bante kanaan daandii guddichi Ethiopia 🇪🇹 fi Djibouti 🇩🇯 wal qunnamsiisu cufamee jira!!

Mootummaan Federaalaa Garee Shoororkeessaa fannoo kana irraa hidhannoo hiiku malee biyyatti nagaya argachuuf hin deemtu. Osuma jannuu birri miiliiyoonii 100 Shimallis Naannoo Amaaraaf kenne Oromiyaa wareegama hin barbaachifne kafalchiisaa jira! Manguddoon keenya yeroo mammaaktu "namni xiyya dhahuu hin beekne fixxi dhawa" jatte dubbiin Shimee akkas taate kunoo! 😎

Maddi ~ Shukuredin Jemal

Address

Negelle Arsi
Arsi Negele

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wondimu waritu kebato posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Wondimu waritu kebato:

Share