Kedir Abdukerim

Kedir Abdukerim Ilaalchi Tokko,
Hariiroo baraaruu danda'a

Liverpool FC Barata Kuta kudha lama

"Namni Xumurri jecha isaa Laa ilaaha illallaah tahe jannata seena" ja'ee ❣️💓❣️
✅🌹
Tokko,
Hiriyummaa jalqabuu danda'a
Jechi Tokko,
Lola xumuruu danda'a.

30/09/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Lammii Musxafaa, Yassin Abdalla, Roydaa Tan Ibroo, Lataa Abdat, Hassen Ahmed

11/09/2026

Guyyaa Jum'a Ergama Rabbii Irraatti Salawata Buusa darbraa!

08/09/2026
Maali goaliin dilli tun kanaafu FC Barcelonamootii club hundaatiVamooooooossss❣️ 🔥🔥✅🔵❣️❤️ 💖   ✅ 💖
06/09/2026

Maali goaliin dilli tun
kanaafu FC Barcelona
mootii club hundaati
Vamooooooossss❣️
🔥🔥✅🔵❣️❤️ 💖
✅ 💖

Maatiin kilabii guddicha kanaa baga gammadan. 🎊 Warri   gurguramu malee jettanii lafa dhiitaa turtan tokko isin nagayuma...
05/09/2026

Maatiin kilabii guddicha kanaa baga gammadan. 🎊
Warri gurguramu malee jettanii lafa dhiitaa turtan tokko isin nagayuma mii gakpoo mitii oofun sunuu gatii kafalchiiseera.

gara hojii isaa idileetti deebi'aa waan jiru fakkaata tapha sadiin galchii sadi lakkoosisuu dandaheera. wow 👌 ??
yeroo hunda right back irratti filannoo jalqabaa tahuu qaba ni dandahas. 🔥
isa ammoo bench irraa as bahuu hin qabu daqiiqaa dhumarra yoo tahe malee fayyadamuudha bakka isaa.

hangasuman dubbachuu fedha arra hundi isaanii gaarii irra turan qofa miti tapha hunda amansiisanii injifachuutu irra jira.

baga gammaddan familyn 🥰

04/09/2026

Hassan Aliy

04/09/2026

I accepted 2 fan badges from Bisal Magar and Ibsisha Oro.

Oda Bultum University  kan umurii ijoollee kan hojjiin Hangaafaa.....Kootta itti barannaa....Barattoota qormaata biyyool...
02/09/2026

Oda Bultum University kan umurii ijoollee kan hojjiin Hangaafaa.....
Kootta itti barannaa....
Barattoota qormaata biyyoolessaa fudhattanii Qabxii darbiinsaa fii Fooyya'iinsaa (Remedial) fiddan hundaaf
Yuunivarsiitii ODAA BULTUM (Oda Bultum University - OBU) galtanii akka kaayyoo keessanitti barnoota barachuu barbaaddan hundaaf.....
"For students who took the national exam and are considering joining ODA BULTUM University (OBU),"
BULTUM University -
Yuunivarsiitiin ODAA BULTUM dhaabbata barnoota ol'aanoo biyyattiin qabdu keessaa isa tokko dha. Yuunivarsiitiin kun magaalota guddina ariifachiisaa keessa jiran keessaa tokko kan taatee magaalaa Ciroo (Chiro City) keessatti argama.
​Yuunivarsiitii kana keessatti Freshman Program akkuma xumurtaniin qabxii keessanii fii fedhii keessan irratti hundaa'uun koollejjootaa fi departmenti armaan gadii galuu dandeessu. Fedhii keessan irraatti hunda'uun.
=Oda Bultum University (OBU) consists of 1 Institute and 8 Colleges / Schools, comprising the following academic departments and fields of study across its faculties:

1. Institute of Technology (IoT)

↔️Water Resources and Irrigation Engineering
↔️Hydraulics and water Resource Engineering
↔️Civil Engineering
↔️Computer Science
↔️Water Supply and Environmental Engineering
↔️Electrical & Computer Engineering
↔️Food Engineering
↔️Mechanical Engineering
↔️Surveying Engineering
↕️Land & Real Property Valuation
↔️Geographic Information System(GIS)
↔️Land Administration and Survey

2. College of Business & Economics (CBE)

↔️Accounting & Finance
↔️Economics
↔️ Management
↔️Marketing Management

3. School of Law
Department of Law (LLB & LLM Programs

4. College of Natural & Computational Sciences (CNCS)

↔️Biology
↔️Chemistry
↔️Geology
↔️Mathematics
↔️Physics
↔️Sport Science
↔️Statistics

5. College of Social Sciences & Humanities (CSSH)

↔️Afaan Oromo & Literature
↔️Civics & Ethical Studies
↔️English Language & Literature
↔️Geography & Environmental Studies
↔️History & Her

Address

Usmaye
Asebe Teferi

Telephone

+251993858099

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kedir Abdukerim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share