Luuccow page

Luuccow page Akka yaadde jiraatuu yoo dadhabdees akka keessa jirtu fudhattee jiraatuun dirqama jiruuti!

Harargee lixaa Aanaa Horsiisee Bulaa Gumbii Bordoddeetti Projektiin hidha laga Gololchaa Qarshii bil 1.7 olin hojjatamee...
19/09/2025

Harargee lixaa Aanaa Horsiisee Bulaa Gumbii Bordoddeetti Projektiin hidha laga Gololchaa Qarshii bil 1.7 olin hojjatamee A baa warra 2000 ol fayadamaa taasisuu iddoo guyyaa arra Fuulbana 9,2018 bakka Hogganaan Paartii badhaadhinaa Oromiyaa kab Obbo Kefyalew Taferraa fi Bulchaan bulchiinsa Godinaa Kab Aadde Ikram xahaa ,Hoggansi Sadarkaa federaalaafi Naannoo akkasumas koreen Qindessaa Godinaa ,hoggansi Godinaafi Anaa Gumbii bordoddee fi Hawaasani Anaa Gumbii bordoddee argamanitti eebbifamuun Hojii jalqabeera.

17/09/2025
17/09/2025

Degarsa Uummanni Mootummaa isaatiif qabu.Harargee Lixaa..

Happy Ethiopian new year 208
10/09/2025

Happy Ethiopian new year 208

19/04/2025

Kabajamtoota Hiriyootaafi Jaallawwaan koo Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa hundi baga kabaja Ayyaana Faasikaa bara 2017 nagaan geessan!
Ayyaanichi kan Nagayaa ka gamachuufi milkii isiniif haa Tahu.Ayyaana Gaarii

06/04/2025
Allhahuma Innaka,afuuhun Tehebbul-Afuwaa faafu Annaa Yaa Allaah!
13/03/2025

Allhahuma Innaka,afuuhun Tehebbul-Afuwaa faafu Annaa Yaa Allaah!

Mummeen Ministeraa FDRE Dooktar Abiy Ahimad Jeneraalota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari'atan
13/02/2025

Mummeen Ministeraa FDRE Dooktar Abiy Ahimad Jeneraalota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari'atan

13/02/2025

Haaromsa Aadaatiin Seenessa Dogoggoraa Qajeelchinee;Seenessa Waloo Ijaarra"opp

Address

Asebe Teferi

Telephone

+251910172883

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Luuccow page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Luuccow page:

Share