26/08/2024
Dhimma Dubbii artiist Adeeroo Adam harun
Artiisti Adam Qabsaawota Oromoo keessa tokko nama hidhatee lolee lolchiise; Roga aartiitin Oromummaa lallabaa ture taβuun dhugaa hin haalamneedha!
Garuu
Duraanis Kan isarraa dhageeffannee barachaa turre Waaβee amantii islaamummaa miti. Oromummaadha malee.
Video amma ol bahe kun kan waggaa 4 duraa akka tahe isarraa Mirkaneeffadheen jira;
Yeroo sanitti Adeeroon jecha kana dubbachu isaatin
Jechi adeeroon dubbate, akkaatan inni itti sahaabota haala sanaan ibse sun sirrii miti, hawaasa musliimaa hedduu dallansiiseera . Innis yeroo sanitti Dubbichi dallansuu kaasuu amanee dhiifama gaafatee akka ture afaan isaa irraan dhagahe!
Amma maaltu akka haaraatti ol baasee ajandaa godhe?
Ammatti isa arrabsuunis faarsuunis barbaachisaa miti. Namootni hedduun waan jaalala isaaf qaban fakkeessuun amantaa arrabsaa gandaan Uummata qooduuf yaadaa jiran hedduudha, garuu hin milkaaβan
Beekkumsi xixxiqaan gara hin taanetti nama geessa akkuma jaβan, Ajandaa barri isaa dabare kana cufaa gahee! Sichillee manguddoo media irraa fageessuudha!π
Wallaalaan nuti kolfe; beekan beekkumsaan nu fure jaβe DR Ali Birraan!