Abdi Mohammed Ahmed

Abdi Mohammed Ahmed This page is the home of 𝐂𝐆𝐓𝐍 π„π“π‡πˆπŽππˆπ€ -where you can read all
the latest news from and about π„π“π‡πˆπŽππˆπ€. You can also find us on Telegram

You can join our daily
conversation on the page and share with us the stories you
would like us to talk about.

12/03/2026
Ijoolleen Shawaa Lixaa followers 100K baattee nama followers 1M qabuuf Facebook beeksisaa jirti. Maarree anaanis maaltu ...
12/03/2026

Ijoolleen Shawaa Lixaa followers 100K baattee nama followers 1M qabuuf Facebook beeksisaa jirti. Maarree anaanis maaltu na dhorka? Dr. Abiy Ahmed fi Mvohammed follow godhaa hordofaa🚢

Hoogganttoonni Mootummaa sadarkaa sadarkaan jirtanu baay'een keessan Waajjira miidhagaa fi konkolaataa ammayya'aa fi bar...
12/03/2026

Hoogganttoonni Mootummaa sadarkaa sadarkaan jirtanu baay'een keessan Waajjira miidhagaa fi konkolaataa ammayya'aa fi bareedaa sana keessaa gad buutanii akka Abbuchuu kanatti gaara baatanii;dachaa buutanii jiruu fi jireenya ummata keessanii fooyyessuuf yoomuma kutannoo fi xiiqiin hojjettuu laata?

Gaggeessaa ummataa jechuun isa akka Dr. Abiy Ahmed kana fedhii fi faayidaa ummatasaa kabachiisuuf bu'aa bahiin kammiyyuu akka danqaa itti ta'uu hin dandeenye qabatamaan kan agarsiisu malee hoggansa aangoo amanamummaan itti kenname;imaana waadaa ummatasaaf seene dagatee neetwoorkii dhuunfaa ijaarratee sabbata haadha hiyyeessaa keessaa maallaqa funaanee isa garaachasaa ittefatu miti.

Maaloo yaa warra hoggansaa Hoogganaa jabaa akka Abbichuu kanarraa muuxannoo biyya bulchuu fudhadhaatii saba keessan amanamummaan tajaajilaa.

Ida'amuu:- Daandii Itiyoophiyaa gara badhaadhinaatti Ceesisu; Tokkummaa Sabdaneessummaa Jabeessu dha!Falaasamni Ida'amuu...
12/03/2026

Ida'amuu:- Daandii Itiyoophiyaa gara badhaadhinaatti Ceesisu; Tokkummaa Sabdaneessummaa Jabeessu dha!

Falaasamni Ida'amuu tokkummaa fi tattaaffii waloominaa keenyaa kan cimsu fi giddu gala yaadaama bu'uraa Paartii Badhaadhina keenyaati. Akka Paartitti yaadaa fi dandeettii ummataa fi hooggantoota tokkoomsuun daandii badhaadhinaa uumuutti seenamee jirra.

Kaayyoo, duudhaa fi ergamni akka Paartiitti qabatamee jiru utubaawwan imaammataa fi sagantaa kanaaf bu’uura ta’aniidha.Yaadamni Ida’amuu dhimmoota hedduurratti cimina qabnu fayyadamuun, qisaasama hir’isnee kaayyoo waloo keenya kan ittiin dhugoomsinuufi birmadummaa biyya kan ittiin mirkaneessinu daandii qajeelaa ta’uun ni hubatama.

Karaa dammaqiinsaati yeroo jennu,rakkina jireenyaa hunda ilaalchaaf/idology/ kennuudhan sana sharafanii jiraachurra kan darbe qajeeltoo fi haalawwan qabatamaa fi wayitawaa ta’an walitti araarsuun deemuu haalli dandeessisuu fi qophaa’ummaan jiraachun barbaachisaa waan ta’eefidha.Daandii kana hordofuun keenya,fedhii ummataa fi birmadummaa biyyaa wajjin walitti araarsudhaan deebisuufi kunis daandii qaroominaa fi badhaadhinaatti makamuuf kan nu dandeechisu ta’uun hubatamuu qaba.

MADDII:-KITAABA IDA'AMUU Abiy Ahmed Ali

05/03/2026
05/03/2026

🀣🀣🀣

21/02/2026

Kun waan gaariidhaπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ™βœ…

Address

Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdi Mohammed Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share