Ture Gudeta

Ture Gudeta Love guys ��
(3)

22/03/2026
  📢📔📝✏️  Baru Barsiisuu Barnoota Ganna Tutooriyaallii Barattoota Kutaa 5-12 Magaalaa Asaboota Barachaa turaniif guyyaa h...
07/09/2025

📢📔📝✏️

Baru Barsiisuu Barnoota Ganna Tutooriyaallii Barattoota Kutaa 5-12 Magaalaa Asaboota Barachaa turaniif guyyaa har'a cufiinsi taasifame barattoonni barumsa gannaa kanaan qabxii olaanaa galmeessan sirni badhaasaa fi beekamtii taasifame

yunivarsiitii adda addaa irraa boqonnaaf dhuftanii Ol’aantumman Baru Barsiisuu barumsa ganna Keessatti Shoora Ol’aanaa Taphatani Cabinsa Sirna Barnoota Baroota Dheeraaf Turee Bu’uurarraa Furuuf hojii Tola Oltummaan Ganna Labsi MNO Baase Hojiirra Olchuun yeroo boqonnaa kessanii obboleeyyan keessaniif beekumsa dabalataa kennuudhaaf barumsa gannaatiin barsiisaa turtan galata guddaatu isiniif mala Galatoomaa✍️👍🙏
Ture Gudeta
Ture Gudeta

Address

Asebot

Telephone

+251900192899

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ture Gudeta posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ture Gudeta:

Share