Oro-Ear Entertainment

Oro-Ear Entertainment Never forget it, once odd that you done in your story, because that is your life! Art promotion

10/09/2025
Wanta nama Gaddisisu.Yoom nama siyaasa ta'e akkasi lubbuu nama nagaa osoo wanta Ummata fayyaduf hirqifatu maliif akkas t...
17/08/2025

Wanta nama Gaddisisu.
Yoom nama siyaasa ta'e akkasi lubbuu nama nagaa osoo wanta Ummata fayyaduf hirqifatu maliif akkas ta'a ahaa!
Yaa warra Ummataf qabsa'a jette ummata nagaa, lubbuu ummatati taphachaa jirtu, qabso mitti isin qabeenya fi dhiga ummata nyaachuuf malee, akkanati dhugaan Oromoo isin haa gafatu jechaa yaada dhunfaa Koo goolaba.

30/07/2025

Gubi garaa Dinaa!
12/07/2025

Gubi garaa Dinaa!

Galaana Gaaromsaa Meski Menge fans Dr Nafyad Getu Murti guuto page Dhugaa ilmaa kanaa barbadna.Murtiin daboo haqa mitti!...
06/07/2025

Galaana Gaaromsaa
Meski Menge fans
Dr Nafyad Getu
Murti guuto page
Dhugaa ilmaa kanaa barbadna.
Murtiin daboo haqa mitti!!!!!
Haacaaluu Hundeessa Foundation
Borus Har'as daboon seera fi ittin bulmaata ummata mitti. Seeri HH foundation jira.
Yoomiyyu sinnirra mitti inni Hawwasa Fi Ummata isaarra badhasa qaba.
Andualem Gosa

Warri Dhugaa Ilmaan Oromoo isaa Andualem fi Qanani akka ba'u barbade YouTube  Andualem Gosa link isaa https://youtube.co...
05/07/2025

Warri Dhugaa Ilmaan Oromoo isaa Andualem fi Qanani akka ba'u barbade YouTube Andualem Gosa link isaa https://youtube.com/?si=6NVbyxlOBewv0jlQ subscribe godha.
Yoo dhuguma Oromumman fi Artiin Oromoo akka guddatu barbade.

Dhugaa Waqayyoof dhisani osoo Ummata Arrabsuu Dhisani hoo!
04/07/2025

Dhugaa Waqayyoof dhisani osoo Ummata Arrabsuu Dhisani hoo!

29/05/2025

11/05/2025

Cooperative bank of Oromia
Empowering community Transforming lives.

Cidha Bareeda Guyya har'a hiriyaa Koo.Cidhni kessan :>cidha Garii>>>>> Bareeda >>>>> Milki fi>>>>> Badhadhni guutame isi...
27/04/2025

Cidha Bareeda Guyya har'a hiriyaa Koo.
Cidhni kessan :>
cidha Garii
>>>>> Bareeda
>>>>> Milki fi
>>>>> Badhadhni guutame isiniif yaa ta'u.

My Best friend Married as look as.

24/04/2025

Gatii Kee Beeki! | Know Your Value

❍ Bishaan qaruura tokko suuqii guddaa keessa jiru gatiin isaa 10ETB dha. Bishaan qaruura wal fakkaatu mana dhugaatii tokko keessatti gatiin isaa 15ETB dha. Mana nyaataa yookiin hoteela keessatti hanga 20ETB ta'a. Buufata xiyyaaraa yookiin xiyyaara keessatti kaffaltiin isaa 50ETB ta'a. Qaruuraa fi maqaan isaa tokko dha, wanti jijjiirama fide iddoo argama bishaanichaati. Tokkoon tokkoon iddoo argama bishaanichaa gatii adda addaa bishaan qaruura walfakkaataaf kenna.

❍ Bakka jirtutti gatii akka qabdu sitti dhaga'amuu yoo baate akkasumas namni naannoo kee jiru hundi gatii kee xiqqeessu yoo ta'e, naannoo sana hin turin, adeemi! Jijjiiramuuf hamilee qabaadhu. Bakkeewwan gatiin siif malu itti siif kennamu dhaqi. Gatii kee beeki, of dinqisiifadhu! Gatii xiqqaadhaan of hin sharafin!

Address

Oromia, Finfinne
Asella
0

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oro-Ear Entertainment posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share